23/08/2022
.
Yeroo walqunnamtii saalaa dubartiin maalif iyyiti ?
★★★★★★★★★★★★★★★
◉ Yeroo baay'ee dubartiin biyya keenyaa namumaa kennitee nama jala ciifti malee sagalee hin dhageessiftu jedhanii dhiironni baay'een komii kaasu. Tokko tokko garuu yeroo itti tole sagalee bareedaa dhagiseessisan ni jira. Sagalee dubartiin dhageessiftu hordofuun gochoota ishii hubachuun fedhii ishii baasuf gargaara. Dubartoonni maalif sagalee dhageessisu?
➲ Gammachuu : Yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamutti gammachuu olaanaa keessa dubartoonni gaafa seenan osoo hin beeknes ta'uu danda'a sagalee ni baafatu (aaduu).
➲ Dhiirri yoo laafe : Qunnamtii gubbaatti dhiirri kan laafu yoo taa'e dubartoonni tokko tokko isa jajjabeessuf ni aadu.Yeroo dubartiin iyyitu dhiiratti olaantummaan waan dhaga'amuuf ariitii isaa ni dabala. t.me/garritube
➲ Yoo dhukkubeef : Qaama saalaa gurguddaa dhiironni qaban gaafa hunda isaa itti seensisan waan dhukkubsuuf iyyuun ishii waan hin oolledha. Iyyi gammachuu fi dhukkubbii gargari. Kanaaf itti toleeti jettee itti deddebisuurra suuta qaama hunda osoo hin seensifne raawwachuutu sirra jiraata.
➲ Yoo itti hin tolle : Walqunnamtii saalaa yeruma hunda namatti tola jechuu miti. Yeroo tokko tokko nuffuu dandeessi. Kanaaf waan itti hin tolleef akka nama fedhii ba'ee of gochuun akka innis fixatuuf sagalee dhageessisuu dandeessi (fake or**sm)
➲ Suuta akka raawwatuuf : Dubartoonni tokko tokko akkuma jalqabeen sagalee baasuu eegalu. Kana kan gootuf akka inni suuta raawwatu, dafee akka inni hin xummurreefi. Jalqabuma yeroo iyyuu jalqabdu nan dhukkubsee laata waan jedhuuf of qabaa suuta akka inni raawwatuufi.
➲ Xiyyeeffannoo akka irra kaa'uf : Dhiironni tokko tokko osuma walqunnamtii saalaa raawwatanii sammuutti waan biraa yaadu, raawwachaa jiraachuu dagatanii kara biraa deemuu danda'a. Maarre dubartii abshaalli kana hubatte akka inni yaadan hin banne, xiyyeeffannoo ishiirra kaa'un sirnaan raawwatuuf sagalee dhageessisuun akkanaa akka inni yaadan hin banne gooti.
➲ Poosishi
. 🆈🅾️🆄🆃🆄🅱️🅴 👇 https://m.youtube.com/channel/UCw_CS8y2cgHntj0jhjxKtng FACEBOOK 👇 https://www.facebook.com/101305538392729 Yaada & Gaffii 👉 Telegram 👇 .