Maaltu-Beeka

Maaltu-Beeka Maybe tomorrow is bright!

07/02/2026
Suura ergaa guddaan keessa jiru kana Mee...........
30/03/2025

Suura ergaa guddaan keessa jiru kana Mee...........

Wayi Boontuukoo๐Ÿ™ˆ๐ŸคชBarsiistuutu "gara fulduraattii, maal ta'uu barbaadduu?" jettii barattootashee gaafatti. Tarreedhaan de...
29/12/2024

Wayi Boontuukoo๐Ÿ™ˆ๐Ÿคช
Barsiistuutu "gara fulduraattii, maal ta'uu barbaadduu?" jettii barattootashee gaafatti.
Tarreedhaan deebisaa deemanii, dabareen irra ga'e.
Inniis akkas jechuun Hawwii isa ibsate, "Gara fuulduraatti Biiliyeenara ta'uun barbaada!
konkolaataa fi jeettii qaalii ta'aniin deemuun barbaada. Dubara Miidhagduusheen fuudha! Ishee waliin Appaartaama biyya dubaayitti ijaarranna! yoo bashananuu barbaanne 'Paaris magaalaa gudditti faransaay deemuuf Jeettii keenya gargaaramna! Viizaa daangaa hin qabne gargaaramna! Akkan ishee jaalladhu guyyaattii si'a sadii ittan hiima! Turistiiwwan gurguddoo addunyaa kana ni daawwanna!" jedheen

Barsiistuun kun deebiinCaalaa baayee ajaa'ibsiifattee, ishee fajajchus, Obsitee ajaa'ibsiifattee darbite, gaaffii itti aanu "boontuu atoo maal ta'uu feeta?" jettiin

Boontuunis akkana jechuun deebiste
"Haadha manaa caalaa ta'uun barbaada" jette.
๐Ÿ˜„๐Ÿ™ˆ

Nagaan Oolaa!
Maxxansikoo biroon akka si qaqqabuuf pageko Birraa Tamana follow godhii darbi.

You are our hero, forever in our hearts!
28/06/2024

You are our hero, forever in our hearts!

Saffisa qabaachuukee caala,Kallattii qabachuuKeetuCaalaa!
28/06/2024

Saffisa qabaachuukee caala,
Kallattii qabachuu
Keetu
Caalaa!

 !
17/06/2024

!

Remember these day don't forget
19/05/2024

Remember these day don't forget

โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ
16/05/2024

โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Nattuun                  Badu     Kanaaf                   Diinonnikoo     Faara              ........badu!
16/05/2024

Nattuun

Badu

Kanaaf
Diinonnikoo
Faara

........badu!

"Ammas Injifatamaan warruma si galaafate"๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
10/04/2024

"Ammas Injifatamaan warruma si galaafate"๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

 โœ๏ธโ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆโ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒโ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ
23/03/2024

โœ๏ธ
โ–ˆโ–“โ–’Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘Wโ–’โ–“โ–ˆ
โ”Šโ”Šโ”Šโ–•โ–”โ•ฒโ–‚โ–‚โ–‚โ•ฑโ–”โ–
โ•ญโ”โ”โ•ฎโ•ญโ”ˆโ•ฎโ €โ•ญโ”ˆโ•ฎโ•ญโ”โ”โ•ฎ
โ•ฐโ•ฐโ•ฐโ”ƒโ–โ•ญโ•ฎโ €โ•ญโ•ฎโ–•โ”ƒโ•ฏโ•ฏโ•ฏ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ”ˆโ”ˆโ–…โ”ˆโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ”ƒโ–โ•ฐโ”ปโ•ฏโ”ˆโ–•โ”ƒโ €โ”ƒ
โ”ˆโ”ƒโ €โ•ฐโ–ˆโ–“โ–’โ–‘Mโ–‘Eโ–‘โ–’โ–“โ–ˆ

Address

Dubai
Addis Ababa
DUBAI

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maaltu-Beeka posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share