Ustaaz Hashim Yusuf

Ustaaz Hashim Yusuf Kaayyoon keenya inni guddaan dhaloota beekumsaan ijaarre kufrummaa fi wal`aalummaa keessa dhabamsiisuudha.

26/02/2024
Yaa Allah saahiba kiyya kanaa fi fakkaataa akka isaa kan dararaan mana hidhaa sa'uudi cannaqaa jirtu furmaata ta'iif
12/11/2023

Yaa Allah saahiba kiyya kanaa fi fakkaataa akka isaa kan dararaan mana hidhaa sa'uudi cannaqaa jirtu furmaata ta'iif

Waan tokko gubbaa isaa qofaa ilaalte hin murteessin keessoo isaa yoo xiinxaltee ilaalte waan baay'ee hubattaJechuu sooko...
31/10/2023

Waan tokko gubbaa isaa qofaa ilaalte hin murteessin keessoo isaa yoo xiinxaltee ilaalte waan baay'ee hubatta

Jechuu sookoo fi soorgoo qaba mitiree

Barsiisaa dandii dhugaa:Hunda dura Rabbi isa nama godhee na uume ergasi qaama guutu naaf kennuun wanta kana akkan xiinxa...
30/10/2023

Barsiisaa dandii dhugaa:
Hunda dura Rabbi isa nama godhee na uume ergasi qaama guutu naaf kennuun wanta kana akkan xiinxalee bira gahuf na gargaare galanni fi faaruun bareedan haa gahu ( Alhamdu liillaahi Rabbil aalamiin. )

Kaayyoo......
Addunyaa kanarra wantootni nama yaachisan waan baay’eetu jiru. garuu irra guddaan waanti nama yaachisu waa’e aakiraa ( jireenya du’a boodaati ) anis kanuma sababeeffachuun gaaffi jireenya barabaraa kan ta’e jireenya du’a booda akkamitti tolfanna? jedhu irratti deebi quubsaa kennu kan danda’u kitaaba mata dureen isaa “FILANNOON KEE MAALI ?” jedhu kana kan barreeffamni isaa gabaabaa ergaan isaa immoo dheera ta’e qopheesseen jira.
Kaayyoon kitaaba kanaa inni guddaanis duuniyaa /biyya lafaa fi aakiraa/ du’a boodas jireenya gaarii fi qanansiisaa ta’e jiraachuuf wanta nama barbaachisu sirriitti huubachiisuu dha.
Kanaaf kitaaba kana namoonni dubbisuu dandeessan dubbisaa hubadhaan gamanumaan dhaamsa kooti!

Qabiyyee kitaabichaas tooraan ordofaan dhaamsa koo

https://t.me/alhudagroup
Garee milkii

Fardeen meeqa argaa jirta?
29/10/2023

Fardeen meeqa argaa jirta?

"وَمَنْ يَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ فَهُوَ حَسْبُهُ"Nama Rabbii irratti hirkatee Rabbiin isaaf gahaadha.Faarun Rabbii waan...
12/10/2023

"وَمَنْ يَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ فَهُوَ حَسْبُهُ"
Nama Rabbii irratti hirkatee Rabbiin isaaf gahaadha.
Faarun Rabbii waan hunda uumeef haa ta'u akka balaan dhufeef silaa waanan hafu miti
الحمد لله
Allah kiyya irratti hirkadheen inni na baase malee
Maati warra na biraa du'eef Rabbiin obsa haa kennu kan mada'an immoo rabbiin haa fayyisu
Balaa
Hamaa balaa konkolaata keenya mudate ture Rabbiin garuu na baraaree

Har'as boris,yoomi illee kan na tiksu Rabbii tokkicha kan hin dhalle kan hin dhalane kan hin duune kan hin dulloomne mooti barabaraa kan ta'e Allahadha

Yaa namaa yoomillee Amantii keessan Rabbii tokkichati amanaa isa qofattis rakkoo keessan ibsadhaa! Inni rakkoo waa maraaf furmaata isini ta'a.

وكفا بلله وكيل
Allaha malee kan haqaan gabbaramu hin jiru inni mooti waan hundaati
Muhaammad ( s.a.w )ergamaa isaati

وَعَن أبي هريرة رضي الله عنه أنَّ رَسُول اللَّه ﷺ قَالَ: مَنْ دَعَا إِلَى هُدىً كانَ لهُ مِنَ الأجْر مِثلُ أُجورِ منْ تَ...
14/09/2023

وَعَن أبي هريرة رضي الله عنه أنَّ رَسُول اللَّه ﷺ قَالَ: مَنْ دَعَا إِلَى هُدىً كانَ لهُ مِنَ الأجْر مِثلُ أُجورِ منْ تَبِعهُ لاَ ينْقُصُ ذلكَ مِنْ أُجُورِهِم شَيْئًا رواهُ مسلمٌ
namni nama tokko gara qajeelummaa,gara daandi haqaatti waame miindaa fakkaataa namni inni waame sun hojjechuun Rabbii irraa argatu argata jedhan
Rasuul (saw)
kanaaf mee yaa nama Rabbiin waa si barsiisee meerre da'aawaa gochuuf qopheen ati qabdu maali of haa xiinxallu

Maashas Allah jedhaame ijoolleen musliimaa kunoo akkasitti qabxii ol aanaa galmeessani akka Oromiyaati
26/08/2023

Maashas Allah jedhaame ijoolleen musliimaa kunoo akkasitti qabxii ol aanaa galmeessani akka Oromiyaati

Address

113km From Markato
`Alem Gena

Telephone

+251921841875

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ustaaz Hashim Yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ustaaz Hashim Yusuf:

Share