Getahun Milki

Getahun Milki I am Oromo first

 Warri Maqaan keessan armaan gaditti argamu gaafa 22/4/2018 sa'atii 4:00 tti argamuun carraa akka kaastan.
30/12/2025


Warri Maqaan keessan armaan gaditti argamu gaafa 22/4/2018 sa'atii 4:00 tti argamuun carraa akka kaastan.

 Hoospitaala W/Galaa Aayiraa 1) C/Nurse =5 2) BSc Nurse = 8 3) pharmacist =2 4) BSc midwife =1 5) Anesthetist =1 6) BSc ...
28/12/2025


Hoospitaala W/Galaa Aayiraa
1) C/Nurse =5
2) BSc Nurse = 8
3) pharmacist =2
4) BSc midwife =1
5) Anesthetist =1
6) BSc HIT = 1
7) GP (MPH/MSc) =1
8) BSc Lab.=2
odeeffannoo hafe gabatee beeksisaa irraa argattu👇

Updates :✍️Bu'aa Qormaata Qacarrii Waajira Fayyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa🔺🔺🔺🔺🔺✍️Ogeessotni Qormaata Fudhattan Warri Ko...
06/12/2025

Updates :
✍️Bu'aa Qormaata Qacarrii Waajira Fayyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
🔺🔺🔺🔺🔺
✍️Ogeessotni Qormaata Fudhattan Warri Komee Qabdan Guyyaa Maxxanfame Irraa Kaasee Lakk.Telegram +251911788345 Irratti Komee Keessan Fayyaa Godinaatiif Guyyaa Shan Keessatti Dhiyeessuu Dhandeessan,Fayyaan Godinaas komeewwan Dhiyaatan jiraannan Haalaan Galmeessuun Koree Komeetiin Dhuma Guyyaa Shanaffaarratti Deebii Qaama Komateef Akka Kennitan Yaa ta'u.

Dhimma kaffaltii day fi night duty ogeessa fayyaa👇
04/12/2025

Dhimma kaffaltii day fi night duty ogeessa fayyaa👇

 Pharmacist onlyBaayina = 3Miindaa =16348Bakki Hojii = EPSS damee NaqamteeKiraa manaaf qofaatti qar. 5000 ETBMuuxannoo= ...
03/12/2025


Pharmacist only
Baayina = 3
Miindaa =16348
Bakki Hojii = EPSS damee Naqamtee
Kiraa manaaf qofaatti qar. 5000 ETB
Muuxannoo= O

share for others👇

Ogeeyyiin qacarriif Waajjira Fayyaa Godina W/Bahaatti galmooftanii jirtan qormaanni kan kennamu Yuuniversitii Wallaggaat...
03/12/2025

Ogeeyyiin qacarriif Waajjira Fayyaa Godina W/Bahaatti galmooftanii jirtan qormaanni kan kennamu Yuuniversitii Wallaggaatti guyyaa borii (25/3/2018) waan ta'eef waaree booda sa'atii 7:00 tti akka argamtan jedhameera.

waliif qoodaa👇

BFO Guyyaa qormaataa ifoomseeraQormaatni gaafa 25/3/2018 sa'atii 5:00 tti jedhameerawaliif qoodaa👇
26/11/2025

BFO Guyyaa qormaataa ifoomseera

Qormaatni gaafa 25/3/2018 sa'atii 5:00 tti jedhameera
waliif qoodaa👇

Address

Adama

Telephone

+251921198903

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Getahun Milki posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Getahun Milki:

Share