Abdela kedir

Abdela kedir tokkumma qabaadha tokkumaan humnna

jirra jirtuu Ilmaan Aayya hundi baga jiraatan jirra jechumaaf?
13/05/2026

jirra jirtuu Ilmaan Aayya hundi baga jiraatan jirra jechumaaf?

Eid Mubarak to U and All families and friends Ramadanni barana Kan Milkii Kan gammachu kan badhaadhinna Kan waan yaaddan...
22/03/2026

Eid Mubarak to U and All families and friends Ramadanni barana Kan Milkii Kan gammachu kan badhaadhinna Kan waan yaaddan ittiin argattani fi yaaddoo fi cinqii keessan fudhate deemu isiniif haa ta'u!!

naaf Obsaa waan gara fulduraa dhufu hin beekamu
25/01/2026

naaf Obsaa waan gara fulduraa dhufu hin beekamu

16/01/2026
Gazexessaa Cimaan Kun Abdurahman Rubbee nama jedhamu nama Amala gaarii fi naamusagaari  Hawaasa isaa biraa qabu nama Sab...
23/12/2025

Gazexessaa Cimaan Kun Abdurahman Rubbee nama jedhamu nama Amala gaarii fi naamusagaari Hawaasa isaa biraa qabu nama Saba isaatiif waan gaari bara hojii isaa keessatti dabarse Hoogannaa itti Aana Media Faana Kan turan Adunyaaa tana irraa du'aan boqatanii jiru Rabbiin janatulfirdoosin quubsuma isaani haa taasisu akkasuma Maatifi firoottan isaa akkasuma umatta Oromo hundaaf jajjabinna Hawinna nama akkanna dhabuun keenya gadda guddaa Nutti dhagayame Jira

23/12/2025

mashallah Namatti tola Hawaasni keenya jijjirama guddaa muldhisa Jira

Jirra jechumaafi baga jiraattan kabajamtoota Maati koo fi Hirriyyota ko Kan biyyaa gamaaf gamanaa
17/12/2025

Jirra jechumaafi baga jiraattan kabajamtoota Maati koo fi Hirriyyota ko Kan biyyaa gamaaf gamanaa

Address

Araund Firanco
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdela kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share