Dawit Edesa

Dawit Edesa 0929400205

๐Ÿ’šโ™ฅ๏ธ๐Ÿ’šJira guyyaa dhugaan mullattu!
10/10/2022

๐Ÿ’šโ™ฅ๏ธ๐Ÿ’š
Jira guyyaa dhugaan mullattu!

โœ… Sibiilli jabaadha garuu, ibiddaan injifatama! โœ… Ibiddi jabaadha garuu, bishaaniin injifatama!  โœ… Bishaan jabaadha garu...
09/09/2022

โœ… Sibiilli jabaadha garuu, ibiddaan injifatama!
โœ… Ibiddi jabaadha garuu, bishaaniin injifatama!
โœ… Bishaan jabaadha garuu, duumessaan ni baatama!
โœ… Duumessi jabaadha garuu, qilleenssaan bittinnaa'a!
โœ… Qilleensi jabaadha garuu, lafti isa daangessiti!
โœ… Lafti jabaattuudha garuu, ilmi Addaamiin ni injifatama!
โœ… Ilmi Addaam jabaadha garuu, gaddi isa mo'a!
โœ… Gaddi jabaadha garuu, Dadhii wayiniin ni mo'aama!
โœ… Daadhii wayiniin jabaadha garuu, hirribaan mo'ama!
โœ… Hirribni jabaadha garuu, du'aan mo'ama!

Seenaan kun deemee deemee maaliin akka mo'amu ni beekama. Yesuus Kiristoos isa kaleessa, har'as, barabaraan sanuma ta'etu seenaa kana goolaba itti kenna. Karaan du'a ittiin injifatan du'uu qofa. Du'ee du'a kan injifate immoo ilma Waaqayyoo Gooftaa Yesuus Kiristoos qofadha!

๐Ÿ™

Kesatii off ilalii
04/07/2022

Kesatii off ilalii

Warri nama balleessuf katan ofii baduu .Jalqabaniis waqayyoo wajiinaa AKKA naf ta'u barbada๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐Ÿ‘ฎ๐Ÿ‘ฎ๐ŸŽ…๐Ÿคถ๐Ÿ•ต๏ธ๐Ÿ•ต๏ธ๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…
14/06/2022

Warri nama balleessuf katan ofii baduu .
Jalqabaniis waqayyoo wajiinaa AKKA naf ta'u barbada๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐Ÿ‘ฎ๐Ÿ‘ฎ๐ŸŽ…๐Ÿคถ๐Ÿ•ต๏ธ๐Ÿ•ต๏ธ๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…๐ŸŽ…

Address

Oromiyaa
Adama
Jร‰SSรœSS

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawit Edesa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Dawit Edesa:

Share