G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ

  • Home
  • Ethiopia
  • Adama
  • G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ

G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ ๐˜๐˜ฐ๐˜ณ๐˜จ๐™š๐™ฉ ๐˜๐—ต๐—ฒ แตโฑหขแต—แตƒแตแต‰
๐‘…๐‘’๐‘š๐‘’๐‘š๐‘๐‘’๐‘Ÿ ๐ญ๐ก๐ž lesson
๐Ÿ–๏ธ๐Ÿ‘

20/07/2026
04/06/2026

Jireenya mataa kee oofuu yoo hin dandeenye jireenya namaa irratti imalaa taata. kanaaf kan ormaa dhiisi kan kee gaggeeffadhu!๐Ÿซถ๐Ÿซต

04/06/2026

Jireenyi walitti dabalama Waantootati๐Ÿซต
๐Ÿซต
Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.

๐Ÿซต
04/05/2026

๐Ÿซต

Jireenya kee keessatti namaaf iddoo kenni. Nama wajjin hojjechuu beeki. Namatti fayyadamuus bari. Sababnisaa, namni nama...
04/05/2026

Jireenya kee keessatti namaaf iddoo kenni. Nama wajjin hojjechuu beeki. Namatti fayyadamuus bari. Sababnisaa, namni namaaf bu'aadha waan ta'eef

Address

Shanan Kolu
Adama
AAAA

Telephone

+251922706946

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when G๐•’๐•ฃ๐•ž๐š๐š๐’Ž๐’– ๐˜›๐˜ฐ๐—น๐—ฎ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share