Gabrummaa Duuti Billisumma

Gabrummaa Duuti Billisumma Oromoo Liberation front

Yaalii hannaa Finfinneetti tahe dhageessanii?Akkas ture :-Dubartiin wayii konkolaataa DZIRE konkolaachisaa turte yeroo n...
22/10/2025

Yaalii hannaa Finfinneetti tahe dhageessanii?

Akkas ture :-Dubartiin wayii konkolaataa DZIRE konkolaachisaa turte yeroo naannoo marfata Garjii geessu namoonni lama uffata danbii Poolisii Feederaalaa uffatan dhaabsisanii dubartitti harkisaanii konkolaataa keessaa buusanii daandii irratti darbatanii konkolaataa fudhatanii qajeelu.Yeroo isaan kana godhan Poolisiin Tiraafikaa argee motora kaafatee duubaan saayinerii iyyisiisaa faana bu'e.

Hattoonni kun akka Tiraafikni kun isaan hordofaa jiru yeroo barani daandii isaanii gadhiisuun daandii faallaa isaaniitti seenuun konkolaataa Vitz daandii isaa qabatee konkolaachisu waliin walitti b'uun dhaabatani.

Bakka sanattis Poolisii fakkachuun girri girrii uumanii Poolisii Tiraafikii harkaa bahuuf yaalanis gargaarsa namoota naannoo sana turaniin qabanii yeroo qorataman hattuu uffata danbii Poolisii Feederaalaa fayyadaman malee poolisii akka hin taane barameera.

Keessumaa dubartoonni konkolaataa qabattan of eegganno godhaa.Yeroo konkolaachiftan barrii konkolaataa arfanuu qollofaa (lock) godhaa.Gooyomsaa hattuuf daftanii wareertanii hannaaf hin saaxilamiinaa.Poolisiin Tiraafikaa sun haa galatoomu.

18/08/2023

W B O Waabii Saba Jirtuu
Jiraa Jedha Me

09/03/2023
πŸ’ŸπŸ’ŸπŸ’Ÿ
23/09/2022

πŸ’ŸπŸ’ŸπŸ’Ÿ

You are right
21/09/2022

You are right

Baga Bara Haaraa Nagayaan gessaan    2015
11/09/2022

Baga Bara Haaraa
Nagayaan gessaan
2015

03/09/2022

Jiraa Jirtuu Ilmaan
Aayyaa Kan Biyyaa Keessaa Jirtaaniif
Kan Biyyaa Ambaa Jirtaaniis
Bagaa Jirtaan Isiij Jechuu Kootii
Lafa Nagaa Bulaa

Jaal Mo'ii βœ”οΈ Wayyoo Ana Ha Nyaatuu Dacheen Sittii Ha Salphatuu     πŸ‘‡Hacaaluu
26/08/2022

Jaal Mo'ii βœ”οΈ Wayyoo Ana Ha Nyaatuu Dacheen Sittii Ha Salphatuu
πŸ‘‡
Hacaaluu

19/08/2022

Jumaa Mubraak All Muslim
🀳🀳🀳🀳🀳🀳🀳🀳

Address

London Kingdom
Addis Ababa
LONDONKINGDOM

Opening Hours

Monday 03:40 - 02:30

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gabrummaa Duuti Billisumma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Gabrummaa Duuti Billisumma:

Share