Tisse odo

Tisse odo 1 Ofta'uun furtuu fulaa jireenya qananiiti.
2 success is the enemy success.
3 waan cabu, cabsi. Tika

17/04/2024

Akka isin waaqayyoo hin jaalanne anuu hubadheera.
Yaa waaqa jaalala kee nu keni

23/02/2024

Karaa kee waaqayyoti kennadhu isas amanadhu, innisi si raawwata.
Faarfannaa d 37:5

23/02/2024

Rabbiin dinota kessani irra beekaadha.
Eegumsaaf rabbiin qofti gahaadha.
An-nisa Quran

Jilbaan malee jibbaan moo'ichi hin jiru. Ani ammaa waa'een uuffata kana uffaadhee dhaabachuun koo ykn digiri tokko fixuu...
26/08/2023

Jilbaan malee jibbaan moo'ichi hin jiru.

Ani ammaa waa'een uuffata kana uffaadhee dhaabachuun koo ykn digiri tokko fixuun koo homaayyu na hin dinqu garuu Kan na dinqu yoo jiraate uffata kana uffaachuuf waan ani keessa darbee dhufeedha. Ammaa yeroo uffatan dhaabatan salphaa fakkaachuu dande'aa. Rakkoo baay'ee qaba. Haleluyya waaqayyoon worra sadarka guutani uffatani na godheera. Yeroo ittini uuffata kana uffaadhuu na dhufeera garuu adeemsa woggaa hedduu kessatti uffaana har'aa kana uuffaachuuf mudannoo fi muxaanno hundaa hin dagadhu. Ammaa gammachuu guddaa qaba. Maalifi yoo jeetelle ulaaga guute uffaadhee jirraa. Yeroon kiyyaas ammaa. Addoo sadarkaa uffata kana hin gahini umuri kiyyaa gaa'eelaf gahee. Uffatichi uffata abbaan fedhee uffate deemu mitti. Uffata lafa barbaadani deemanu miti. Uffata kana uffaachuun ulaaga qaba. Haleluyya waaqayyoon worra sadarka guutani uffatani na godheera. Yeroo ittini uuffata kana uffaadhuu na dhufeera garuu adeemsa woggaa hedduu kessatti uffaana har'aa kana uuffaachuuf mudannoo fi muxaanno na qunamtee hin dagadhu. Ammaa gammachuu guddaa qaba. Maalifi yoo jeetelle ulaaga guute uffaadhee jirraa. Yeroon kiyyaas ammaa. Addoo sadarkaa uffata kana hin gahini umuri kiyyaa gaa'eelaf gahee. Uffatichi uffata abbaan fedhee uffate deemu mitti

Mul'ata keef loli.Yeroo hundumaa namoonni si balleessuuf hojjetan ni jiraatu. Isaan si qeequ (hadheessu), sitti qoosu, s...
07/07/2023

Mul'ata keef loli.
Yeroo hundumaa namoonni si balleessuuf hojjetan ni jiraatu. Isaan si qeequ (hadheessu), sitti qoosu, sitti aarus. Haa ta'u gocha isaaniif ati itti hin gaafatamtu Kan qofaaf malee.
Mul'ata keef loli yeroo qooduu qabdu qofa abjuu kee qoodi, eenyuuf akka qooddu murteessuu irratti of eeggadhu. Hojii isa duubaa hojjedhuu yeroo deemsichi ulfaatu immoo bakkuma kee turi. Mormiin akka sitti ka'u eegi, rakkoo fi himata diinni kee si doorsisuuf sitti fidu akka si miidhu hin eyyamiin. Murtoo keeti cichi, galma keef hojjedhuu.
Lola duubaan dhufuun akka hin mo'amnetti calleensa ilaaltee hin gowwoomiin. Waan si barbaachisu waaqayyotti himadhu, warra si cunqursaniif deebii akka inni deebisuuf isaaf heyyemi. Ofii kee deebii isaaniif hin kenniin.
Dubbisuuf kessanifi guddaa galatooma. Abbaa kaaruu

05/07/2023

Faayidaa durbaa modelisti 2 nata himi

Ijoolee karaa hundaan na cinnaa dhabaata turtanii guddaa galatooma jechuun barbaada.Gaara gaaddisa seete, yoo aduuni dhi...
25/06/2023

Ijoolee karaa hundaan na cinnaa dhabaata turtanii guddaa galatooma jechuun barbaada.
Gaara gaaddisa seete, yoo aduuni dhiituu gaabita.
Gaarayyu niitii seete, yoo bagooni dhuftuu gaabita.
Abbeera ilmaa seete, yoo dhaaltii geettuu gaabita.
Dabaree handhuraa seete, yoo galtii geettuu gaabita.

22/06/2023

Oromoo gabraa kenna

Gaafa na jaalatu hiyyumma koo naf kabaji.
21/06/2023

Gaafa na jaalatu hiyyumma koo naf kabaji.

13/06/2023

Isa du'e hin kaafattu, Isa jiru waa hin gaafattu, fuuldureen keeti qileedha.
Gondooroo

09/06/2023

user6329816151678's short video with ♬ original sound

Address

Shakiso
Addis Ababa
MALE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tisse odo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Tisse odo:

Share