Merga Alemu official

Merga Alemu official Yesuus kritoos dhugumaan ilma waaqayyooti. Fayyisaa biyyaa lafaa hundaati isa malee jireenyi hin jiru�

Permanently closed.
Maqaa yesuusiin Eebbikee akkas dachaa dachaa haa ta'u!
24/05/2025

Maqaa yesuusiin Eebbikee akkas dachaa dachaa haa ta'u!

Siinan oolee ya Waaqayyo siinan ooleeNa balleessuuf ture diinnii Mala maaleSitu caala yaa Waaqayyo situ caalaaHarkikee n...
11/06/2024

Siinan oolee ya Waaqayyo siinan oolee
Na balleessuuf ture diinnii Mala maale
Situ caala yaa Waaqayyo situ caalaa
Harkikee narra hin fagaatu kan jaalalaa

 ⭐️
25/09/2023

⭐️

Kanan yaadeen olitti (3)Gooftaa na gargaartetta atiQooda gaaruumma keetii yammun yaadee ilaaluu;Ol gubbaa waaqarratti ga...
14/05/2023

Kanan yaadeen olitti (3)
Gooftaa na gargaartetta ati
Qooda gaaruumma keetii yammun yaadee ilaaluu;
Ol gubbaa waaqarratti galanni kee haa caaluu🙏🙏🙏🙏🙏

7 Akka simbirroonni kiyyoo adamsituu jalaa baatu, nuyis isaan jalaa in baane kiyyichi in ciccite, nuyis jalaa in baane. ...
11/04/2023

7 Akka simbirroonni kiyyoo adamsituu jalaa baatu, nuyis isaan jalaa in baane kiyyichi in ciccite, nuyis jalaa in baane. 8 Maqaa Waaqayyoo isa waaqaa fi lafa uumeen, nuyi gargaarsa arganne.
Far. 124:7&8

Yaadni Kee 👉Wanti ati barbaadduu👉Kaaroorri Kee👉Adeemsi jireenya Kee👉Kaayyoon jireenya KeeHundumtuu Akka siif raawwatu Yo...
16/03/2023

Yaadni Kee
👉Wanti ati barbaadduu
👉Kaaroorri Kee
👉Adeemsi jireenya Kee
👉Kaayyoon jireenya Kee
Hundumtuu Akka siif raawwatu Yoo barbaadee
🙏Hin Gaddin
🙏Hin Aariin
🙏Abdii hin kutatin
🔥👉 Waqayyootti Gammachuu qabaadhu
Waan barbaadduu Hundaa ni Argatta 🙏🙏🤲

25/02/2023

Suuta jedheen hiixadhee si harkaa fudhadha waan gaarii,
Jarjarees waan hamaa hin dubbadhu Akka aarii,
Turtiin Kee hamaaf miti gaarummaa galaasa,
Guyyaa tokko harkiikee dhiphina kana hareeti calaasa.

15/01/2023

Eebbifamii Biqoo

Address

Nekemte
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Merga Alemu official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Merga Alemu official:

Share