Finfinnee

Finfinnee Jesus is the way of salvation

16/07/2026

We can make a lot of money by investing

Gaa’ela Hiikuu bilbila harkaan raawwachuun danda'ame!Tajaajilli galmee siviilii fi jiraattotaa bilbila moobaayilaatiin k...
23/06/2026

Gaa’ela Hiikuu bilbila harkaan raawwachuun danda'ame!

Tajaajilli galmee siviilii fi jiraattotaa bilbila moobaayilaatiin kennamuuf akka eegalu ibsameera. Abbaan taayitichaa, jiraattonni bilbila isaaniitiin waraqaa eenyummaa haaromsuu, waraqaa dhalootaa baasuu, faayidaa waliin walqabsiisuu fi mirkaneessa kophaa argachuu akka danda'an tajaajiloota afur ifoomsiiseera.

Yeroo dhihootti waraqaa gaa'elaa, hiikaa gaa'elaa fi waraqaa du'aa bilbilaan iyyachuu kan dandeessisu sirni hojii jalqabamuuf akka jiru ifatti beekameera. Kunis hiikaa gaa'elaa bakka jiranitti ta'anii bilbilaan akka raawwatamu kan dandeessisudha.

Jiraattonni bilbilaan iyyatanii erga kaffaltii Telebirriin raawwatanii booda, ergaa (message) yeroo isaan qaqqabu, waraqaa isaanii aanaa isaanii irraa fudhachuu ni danda'u.

  AyyaanaaGodina wallagga bahaa aanaa giddaa ayyaanaa ganda andoodee dichoo bakka addaa Alii jedhamutti hogganaan Finxaa...
09/05/2026

Ayyaanaa

Godina wallagga bahaa aanaa giddaa ayyaanaa ganda andoodee dichoo bakka addaa Alii jedhamutti hogganaan Finxaaleyyii Faannoo Amaaraa Atinkut Minaalee jedhamu qaama nageenyaa mootummaatti harka kennatee jira.

Dhumaatii uummata oromoo ganda Andoodee dichoo irratti raawwataa tureef Atinkut Minalee fi obboleessi isaa Chalee Minalee warra adda durummaan qindeessee hojiitti hiikedha.
Kanaafuu Finxaalessa kana irratti qorannoon taasifamee adabbii akka argatu cimsinee gaafanna!

Qacam

09/05/2026
Dhaabbanni Immigireeshiniifi lammummaa Itoophiyaa beeksisa nama 524 barbaadu baasera. Eebbifamtoonni bara 2016 as jirtan...
21/04/2026

Dhaabbanni Immigireeshiniifi lammummaa Itoophiyaa beeksisa nama 524 barbaadu baasera. Eebbifamtoonni bara 2016 as jirtan yaalaa.
1. Bakki galmee waajjira immigration kan Xuqur Ambassaatti argamu.
2. Guyyaan galmee 12/08/2018 irraa eegalee guyyoota 15f.
3. Galmeen qaamaan malee online miti.
4. Degree department hundaan jedha. Caalatti kan na ilaalata jettan ammoo beeksisa bahe sirriitti hordofaa. Field/Department beeksisa irratti baheen ala galmaa'uun hin danda'amu.
5. Afaan addunyaa jechuun English, Chinese, French Spanish ...etc skill isaa yoo qabattan carraa baldhaa qabdu akka jechuuti. (malee dirqama miti.)
6. Dhiirotaaf CGPA 3.0 fi isa ol shammarraniif 2.5 fi isa ol.
Exit exam qabachuun dirqama.
7. CV fi Application letter hin barbaachisu.
8. Document kutaa 8ffaa (Ministry )fi kan Degree Temporary qofa copy fi orginal isaa qabachuu qabdu.
9. National Id qabachuun dirqama.
10. Eebbifamtoota 2016/2024 irraa eegalee

Address

Nock
Addis Ababa
FIN

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Finfinnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Finfinnee:

Shortcuts

Share