Gemechu Tareka

Gemechu Tareka Yesuus Gooftaadha! Mootiin Mootoota Isa!๐Ÿ‘‘
Isaaf jiraachuun ulfina! Yesuus๐Ÿ‘‘

24/08/2025

Yesuus angafa Lubootaa๐Ÿฅฐ

24/08/2025

Fakkeessuuf yaaluu miti ta'uuf jiraachuutuu furmaata!!

11/03/2025

Oduu gaddaa dhagahuun
Kun nuu ha ga'u!
Yaa Waaqayyoo ๐Ÿฅบ

08/03/2025

Qoosaadhaaf!
Waaqayyoo Gaditti maal sodaatta?
Ani Fkn Saree sodaadha!

Yesuus Kiristoos Ilmi Waaqayyoo Jira Teessoo isaa irraa!
03/03/2025

Yesuus Kiristoos Ilmi Waaqayyoo Jira Teessoo isaa irraa!

Sobdoota Dirree irra kan tursu Degartoota isaanitiiDilbata Gaarii!!๐Ÿ‘๐Ÿ‘
26/01/2025

Sobdoota Dirree irra kan tursu
Degartoota isaanitii
Dilbata Gaarii!!๐Ÿ‘๐Ÿ‘

10/01/2025

Hunduu ni dhumata!
Waanbiratu bakka Isa bu'a!!!.
Yesuus qofatu bara baraan jiraata

Warrii Maqaa Yesuusiin Waaman yoomiyyuu ni injifatuu! Baga Gammaddan!
06/11/2024

Warrii Maqaa Yesuusiin Waaman yoomiyyuu ni injifatuu! Baga Gammaddan!

Address

East
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gemechu Tareka posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share