أبو ماهر العروسي

أبو ماهر العروسي من كان في حاجة أخيه كان الله في حاجته

KAAYYOON ATI BARA HAARAWA HIJRAA 1444 KANA KEESSATTI MILKEESSUU BARBAADDU MAALI ?!
30/07/2022

KAAYYOON ATI BARA HAARAWA HIJRAA 1444 KANA KEESSATTI MILKEESSUU BARBAADDU MAALI ?!

27/07/2022
24/07/2022

من جعل رفيقه الهوى
هوى
ومن جعل رفيقه التُقى ارتقى

Baga gammannee muslimtoonni cufti baga gammaddanMajlisa fedraalaa tayanii waggoota 3 dhufuuf muslimoota hoogganuuf warre...
18/07/2022

Baga gammannee muslimtoonni cufti baga gammaddan

Majlisa fedraalaa tayanii waggoota 3 dhufuuf muslimoota hoogganuuf warreen guyyaa arraa
filaman isaan armaan gadii kana.

1 shek Hajjii Ibraahim tuufa dura taa'aa
2 shek abdulkariim badraddiin itti aanaa
3 itti Aanaa 2ffaa shek AbdulAziiz Abdulwalii
4 shek hamiid muusaa Barreessaa tahuudhaan filataman alhamdulillaahi rabbil'aalamiin

baroota hujii gaarii nama muslima tokkummaan
Diiniifii diinaggeen fuul duratti ceesisu isaan haa
taasisu.

الحمد لله ثم الشكر للأحد *
حمدا كثيرا بلا حصر ولا عدد

11/07/2022

Du'aa'ii yeroo imala bahan jedhan !

دعاء السفر
الله أكبر ، الله أكبر ، الله أكبر سبحان الذي سخر لنا هذا وما كنا له مقرنين ، وإنا إلى ربنا لمنقلبون ، اللهم إنا نسألك في سفرنا هذا البر والتقوى ومن العمل ما ترضى ، اللهم هون علينا سفرنا هذا ، واطو عنا بعده ، اللهم أنت الصاحب في السفر ، والخليفة في الأهل ، اللهم إني أعوذ بك من وعثاء السفر ، وكآبة المنظر ، وسوء المنقلب ، في المال والأهل .

رواه مسلم

BAGA AYYAANA IID-AL ADHAA GEESSAN .WORRA BARANAA KAN HEGEREE عيد مبارك كل وأنتم وجميع الأمة الإسلامية بألف ألف خير
09/07/2022

BAGA AYYAANA IID-AL ADHAA GEESSAN .
WORRA BARANAA KAN HEGEREE

عيد مبارك كل وأنتم وجميع الأمة الإسلامية بألف ألف خير

The Day of arafah " الحج عرفة "  ١٤٤٣ھ اللهم اجعلنا ممن يقوم عرفة
08/07/2022

The Day of arafah
" الحج عرفة " ١٤٤٣ھ
اللهم اجعلنا ممن يقوم عرفة

01/07/2022

الحمد لله ثم الشكر للأحد *
حمدا كثيرا بلا حصر ولا عدد

01/07/2022

العلم بالتعلم والحلم بالتحلم والكرم بالتكرم

Address

ايرطينا
Addis Ababa
غيرموجود

Telephone

+251945134479

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when أبو ماهر العروسي posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to أبو ماهر العروسي:

Share