Dagaa muchaa

Dagaa muchaa Dagaa muchaa

Yeroo ammaa namni jawariif gammadu nama gaafa inni gadde wajjiin gadduu ta,uu qaba!
28/01/2022

Yeroo ammaa namni jawariif gammadu nama gaafa inni gadde wajjiin gadduu ta,uu qaba!

16/12/2021

Yero jirenyi qaala,e kanatti ilmoon tujjaara irraa dhalatte carraa qabdi,bro!

16/12/2021

Oromon oromo jala hin deemne oromeedha!

zoonii kibbaatti mana marii bakka bu,oota ummataa❤💚❤🙏
15/12/2021

zoonii kibbaatti mana marii bakka bu,oota ummataa❤💚❤🙏

Qeerroo keenya jabaa dargaggeessa wabii burqaa erga hidhanii boodaas baayyee midhanii hanga miilli isaa buqqa,utti cacca...
14/12/2021

Qeerroo keenya jabaa dargaggeessa wabii burqaa erga hidhanii boodaas baayyee midhanii hanga miilli isaa buqqa,utti caccabsanii jiru.yaa rabbi afaan warabessaati nuuf baasi❤💚❤🙏!✊✊

13/12/2021

Yaa allaah yaa rabbii maatii Dr keenya Dr nafyadiif dirmadhu🙏🙌

Address

Addis Ababa
NAMUMMAA

Telephone

+251949836623

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dagaa muchaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share