Murad jamal

Murad jamal Afownaa lillah

Masha allah gareen deggarsa yatiima Deggarsa isaa karuma hundaanuu itti jiraachu isin biraan gahuu barbaadaWantoonni suu...
14/04/2021

Masha allah gareen deggarsa yatiima
Deggarsa isaa karuma hundaanuu itti jiraachu isin biraan gahuu barbaada
Wantoonni suuraan asiin gaditti mullatan kun mallaqan kan deggarameefi dachii irra qotuun yatiimota deggaramaniidha
Inni mallaqaan 2000/kuma lama deggarame tamaari University
Kaanis yatiimota abban irra due kan dachii qabaniidha tahuu jollen xixiqqo tahuu wajjin wanuma qaban biraa rakkachaa jiraniidha
Tola ooluun iccitii milkaainaati

Address

Dukkanarra Gama Ifaa
Addis Ababa

Telephone

+251915179165

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murad jamal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Murad jamal:

Share