27/01/2025
๐ค
~Tanaan dura sababa sochi lafaatin wal qabatee gaarrii fantaallee walirra sigiigaata ture fkn dhagaachi dhagaarra bu'uu, hallaayyan foffotooqu, lafti tattarsa'uu fi kkf fa'atu muldhaacha ture, amma garuu sagalee dhageessisu, fooli ajaa'an keessa bahu, aarri huurri fakkaatu muldhaachu, bakka tokko tokkotti aara adii qilleensi hin soochofne fa'aatu muldhaata jira.
Yaa uuma, uumaa tee nutti hin jijjiirin!!!!!
โโโFโOโLโLโOโWโโโ
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
Gadaan Bullaa
โโโ โฐโโโโMโEโโโโ