Oromiyaan Biyya

Oromiyaan Biyya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiyaan Biyya, College & University, Addis Ababa.

Jaallan Toora Beddellee irra socho'a jiran atattamaan nuu qaqqabsiisa. Humni Diina bakka Dambal jedhamutti Haxxee Hiite ...
02/12/2023

Jaallan Toora Beddellee irra socho'a jiran atattamaan nuu qaqqabsiisa. Humni Diina bakka Dambal jedhamutti Haxxee Hiite eega jirti jedha odeessi achii dhufa jiru
Gaara Morkee ✍

  Isa imala QBO finiinse mitii, Yuutuubiin maqaa Oromootiin baname cufamnaan Salphina Oromooti beekaa. Bara Miidiyaaleen...
28/11/2023

Isa imala QBO finiinse mitii, Yuutuubiin maqaa Oromootiin baname cufamnaan Salphina Oromooti beekaa. Bara Miidiyaaleen 60 ol Itoophiyaa keessatti hayyama seera-qabeessa fudhatanii Itoophiyaa keessa taa'anii Ummata Oromoo irratti duula-afuufaa oolan kanatti Miidiyaalee Oromoo jajjaboon kudhan hin caalle keessaa cufame jechuun argaa dhageettiin Oromoo duudde jedheen fudhadha. Bara kana keessatti Mootummaanuu harka lafa jalaan Miidiyaalee akkanaa jabeeffatuu qaba, yoo qabaate. Dhaamsa Obbolummaati!

 💥💪🏾Sadaasa 24 halkan    Magaala _Amboo fi magaala xiqqaa amborra
25/11/2023

💥💪🏾

Sadaasa 24 halkan Magaala _Amboo fi magaala xiqqaa amborra

  dhaloota kanaa.!   💎
24/11/2023

dhaloota kanaa.!
💎

Oduu gaddaaGuyyaa kaleessaa jechuun  sadaasa 23 /2023 godiina buunno beddellee aanaa cawwaaqaatti bakka adda 5ffa jedham...
24/11/2023

Oduu gaddaa

Guyyaa kaleessaa jechuun sadaasa 23 /2023 godiina buunno beddellee aanaa cawwaaqaatti bakka adda 5ffa jedhamuttii ijiollee mana barumsaa jiran irrattii dirooniin boombii itti darbachuun ijoollee wagga 12 gad ta'an yoo xiqqaate nama 50 awwaallee jechuun jiraattonni ganda sana dubbatu

Isaan keessa tokko ijoollee sadii awwaaleen tokkoo lubbuun keessa jiraafan mana yaala ciibse jira jechuun jiraattonnii ganda cawwaaqaa shanaffaa dubbatu

Kun gocha abddii kutataan mootummaan faashistii ppn uummata keenya irrattii raawata jirudha

Share gochuun waliif qoodaa wal qaqqabsiisaa.🙏

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaan Biyya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share