Amicho WBO force

Amicho WBO force teaching

Imallikee goda Begii Karaankee dhidheessaaAggaammiinkee joobira Lafa kaayyoo geessaaShokokiin faanakeeBattallikee ganama...
04/04/2023

Imallikee goda Begii
Karaankee dhidheessaa
Aggaammiinkee joobira
Lafa kaayyoo geessaa
Shokokiin faanakee
Battallikee ganamaa
Kaayyoon faayakeeti
Haqa siif amanamaa
Qaxxisni jiruukee
Innati buutee baatuu
Joorrikee dhugaafi
Kan garaa na nyaatu
Ilaa...
Galma dharaa jibbitee
Diiguuf galma shiraa
Oggaa kuftee kaatu
Yartuu yaada hiraa
Baayyeef hin galu
Balaliinkee joobira
Haqa faana kaattee
Si'biqiltuu hamminaa cira!
👉J-o-o-r-a-a-k-o-o-!!

Qaaliikoo qaalii oromoo
01/06/2022

Qaaliikoo qaalii oromoo

QAALIIDHA KANAATU
01/06/2022

QAALIIDHA KANAATU

JABAA
03/05/2022

JABAA

18/11/2021
Wbokoo
29/10/2021

Wbokoo

A
26/10/2021

A

One love
26/10/2021

One love

14/10/2021

Nama jaallataniif dadhabuun
Boqonnaadha

Loading
13/10/2021

Loading

12/10/2021

level 4

Address

Oromia
Addis Ababa

Telephone

+251926792144

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amicho WBO force posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Amicho WBO force:

Share