Yusuf

Yusuf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yusuf, Addis Ababa.

Ganda   Sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa bara 2018 bifa ho'aa ta'een gaggeefffamee...
27/04/2026

Ganda Sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaa bara 2018 bifa ho'aa ta'een gaggeefffameera.

Godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa Ganda Shanii Camariitti sagantaan duula na filadhaa paartii badhaadhinaa bakka bulchaan Aanaa Saxxammaa Obbo Keeruddiin Abdulqaadir,Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa Aanaa Saxxammaa Obbo Mahammad Mahammadnuur fi Itti gaafatamtuun Ijaarsa paartii badhaadhinaa Aadde Rahimaa Abdulmaliik argamanitti gaggeeffameera.

Itiyoophiyaa gara biyya fakkeenyummaatti!
Badhaadhina filadhaa!
Mallattoon keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti!

04/11/2025
Leenjii Ethiopian coders Initiative jedhamu Kan Karaa  online kennama jiru xumureen jira Ragaa xumuraa leenjii kana Kan ...
29/12/2024

Leenjii Ethiopian coders Initiative jedhamu Kan Karaa online kennama jiru xumureen jira
Ragaa xumuraa leenjii kana Kan kennamu madallii mirkaneessa ga'umsa Ogummaa yoo xiqqate qabxii 60 ol Kan fide qofaaf kennama.

As wr wb ummanni Muslimaa  hundi Baga Rabbin Ayyaana Iidal Adahaa kan woggaa 1445  isin gahe isa dhufunis nu haa ga'u   ...
15/06/2024

As wr wb ummanni Muslimaa hundi Baga Rabbin Ayyaana Iidal Adahaa kan woggaa 1445 isin gahe
isa dhufunis nu haa ga'u


Ayyaana Gaarii!!!!!!

03/06/2024

Address

Addis Ababa

Telephone

+251928291958

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Yusuf:

Share