14/10/2022
Waa gochuu hin dandeenyu Boohuu hin dadhabnu yaa oromoo waggaa 27n bardhaa nu bochiisaa bahan waggaa waggaan suuraa isaa T_shirt irraatti maxxansanii qabsoof galii ta'a jedhanii gurguraa gantoota akka QAJEELAA ,TOLEERA,ARARSA BIQILAA ffaa fi wahiiltoota isaani sooraa baane.
Galanni dhiiga ilmaan oromoo gurguratanii har'a dhiigni oromoo waa ittii hin fakkaatu.
Amma immoo bara isa kana Hacaaluu ittiin daldaalu
Ummata Tigirayi irraa Qabsoo haa barannu isaa du'ee hin boohanu isa hafe hanbiisani ijaaranii gumaa basuuf kutannoon lolataa jiru.
Mee nus bohicha haa dhiifnuu yoo dhuguma isa du'eef harii qabaanne ta'e
Dura warra oduu kutaa odeessiitu akkasumas waa'ee dhabbiileef boochu qabsoo oromoo keessaa akkaa xuroofte baatu gooee oromoof oromiyaa qofa jidduu gala gooneee gumaa biqiltuu keenya ol adeemtuu nu harkaa fixaa jirantokkuumaan itti haa kaanu
Yadannoo warra wareegamani kabajuuf kaachuu caala isaanii dhaadannoon osoo hin taane gochaan haa bafanu.
Sobdootaaf
Fakkeessiitoota
Sodaattota
Daldaaltota
Warra yelloo card Abiyi baataniif
Warra sobaan WBO WBO jechaa oltuu
Qabsoo keessaa haa qulqulleesiinu.
Gumaa baasuf wal haa jabeessinueesiinu.