Gado page

Gado page Gãdø Smärt Hndm

23/08/2025

Nama hundarraa fagaadheen sitti dhiyaadhe,kanaafuu nan miidhin cn jaalladha!

29/07/2025

Obboleessa koo bara kana hiriyaa baay'ee jaallattu
Dudduubaan C waraanee maalif dhiigda cn jedha

29/07/2025

Qooda rabbiiti

29/07/2025

Carraa ilma namaa waan hundumaa
Argachuun ni ulfaata

24/07/2025

Chiikii 1n durbummaa qabdaa jennaan
Ee qaba amma fidee hin dhufne naan
Jettu seetani

06/05/2025

Address

Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gado page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share