29/06/2020
Waxabajjii 21/2012
Kolleejjiin keenya waggaa waggaatti adda duree baasuun beekamtii ni laata.
Haaluma kanaan guyyaa kaleessaa bakka hooggansi W/BLTO Aanaa fi I/GW/PSMQN aanichaa jiranitti waraqaa galatoomaa kennineerra.