Dhugaa owaalameera

Dhugaa owaalameera Bara kana keessa tokkoof tokko sadii malee lama miti.maali yaa abbaa dhugaa maf nu jalaa calliftee?

30/10/2025

Adunyaan tokko qofa.

30/10/2025

Lafa raqaa maaltu dhaqa allaattii fi saree malee.Ani garaa kootiin hin mari'adhu maaltu maraatuu na godhee? yaadni koof garaan koo takkaa waliin hin deemne faallaa malee.enyu laata kan rakkoo qabu.

30/10/2025

Biyyi Itoophiyaa kun Gommaa wayii godhatee waan deemaa jirtu nati fakkaatti.

13/09/2025

Ol ba'uun dura gadi bu'uun hin caala.

13/09/2025

Jirra jirtuu?

01/08/2025
Ok dhifama gara jireenya maatiittin Gore na eeggaa!!!!
17/09/2022

Ok dhifama gara jireenya maatiittin Gore na eeggaa!!!!

28/02/2021

I want free all my poeple

14/02/2021

Callisuun gowwummaa miti.dubbachuun beekumsa miti.

14/10/2020

Dhugaan owaalameera.sobni liqimseera.

Address

East Wollega
Arjo
YES

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhugaa owaalameera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share