Gamtaa sikkoof mandoo yuunivsiitii wallaggaa

Gamtaa sikkoof mandoo yuunivsiitii wallaggaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gamtaa sikkoof mandoo yuunivsiitii wallaggaa, College & University, Arsi, Arsi.

Peresdanti baratootaa yuuniversity wallagaa kampaasii gimbii
03/07/2024

Peresdanti baratootaa yuuniversity wallagaa kampaasii gimbii

03/07/2024

Duraan dursee Baga geenye Baga geeysan isniin jechuu barbaada .
Gamtaan Keenya gamtaan baratootaa sikkoof mandoo Akka asitti qofa otoon taane Akka guutuu addunyatti hojiilee bonsaa hojjachaa kan jiru Yoo tahu gamanumaan gamtichi obboleyyan lamaniin socho'aa kan jiru Yoo tahu ammas hojii bonsaa hojjachuun isaa itti fuufeera
Gamanumaan gamtichi eebbifamtootaan congratulations once again Isinii jedheera🏅🏅🏅🏅

03/07/2024
Abbootii Gadaa Gujii Baallii Roobalee marsaa 75ffaan Odolcha yaaban.👉Abbaa Gadaa Uraagaa Jaarsoo Dhugoo👉Abbaa Gadaa Maat...
21/02/2024

Abbootii Gadaa Gujii Baallii Roobalee marsaa 75ffaan Odolcha yaaban.

👉Abbaa Gadaa Uraagaa Jaarsoo Dhugoo

👉Abbaa Gadaa Maattii Jaarsoo Aagaa Waree

👉Abbaa Gadaa Hookkuu Gannaallee Aagaa

Gadaan Roobalee Gadaa roobaaf nageeyaati Gadaan Gadaa quufafi gabbinaati!

02/12/2023

Kabajamoo baratootaa keenyaa

08/06/2022

Gamtaan kun kan sikkoof mandoo qofa miti kan oromoota hundaati

Address

Arsi
Arsi

Telephone

+251933804113

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamtaa sikkoof mandoo yuunivsiitii wallaggaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Gamtaa sikkoof mandoo yuunivsiitii wallaggaa:

Share