Kumiisha ilma Boran

Kumiisha ilma Boran Boss

Abaa Kenyaa Umrii Nu DHeradhuu baba
30/05/2024

Abaa Kenyaa Umrii Nu DHeradhuu baba

Arraba ufii eggachuun barbaachisaadha irra kasaaraan guddaan toltuu hojjatan miizaana hasanaa Nama biroo keessatti arguu...
11/05/2024

Arraba ufii eggachuun barbaachisaadha irra kasaaraan guddaan toltuu hojjatan miizaana hasanaa Nama biroo keessatti arguudha kana hundaan kan nama gahuu arraba
Namni waan dubbatu waan dubbatuufis beekuu qaba
Yaarabbi nutiksi arraba keenya nu egi

10/05/2024
Sagantaa galateeffannaa arjooma meeyshaa fayyaa Diyaaspooraa dhalattoota galamsootiin taasifame
04/05/2024

Sagantaa galateeffannaa arjooma meeyshaa fayyaa Diyaaspooraa dhalattoota galamsootiin taasifame

Salalahu Aleyii wasalamaa
26/04/2024

Salalahu Aleyii wasalamaa

Ummanni tokko qusachuuf dura galii qabaachu qaba ,galii argachuuf immoo Omisha isaa akka gabaati dhiyeefate gurguratuuf ...
26/04/2024

Ummanni tokko qusachuuf dura galii qabaachu qaba ,galii argachuuf immoo Omisha isaa akka gabaati dhiyeefate gurguratuuf haallii mijjaawufi qaba ,garuu omisha ummanni qabu akka gabaa keessa bahuuf qaraxa humna olii gaafacha ummata waan nyaate buluuf rakkacha jiru kanaan diqamaan qusadha jechuun Aad-maleedha.
Osuma qabateehu namni baankii tajaajilli itti toletti qusachuu qaba malee baankii namni/qaamni biraa fileefitti qusachu dirqama hin qabu.

Yabii Garii
22/04/2024

Yabii Garii

Rabii Bala akka male Nura Ha qabuu
17/04/2024

Rabii Bala akka male Nura Ha qabuu

Address

Kumiisha
Asebe Teferi
KUMA

Telephone

+251923963918

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kumiisha ilma Boran posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share