The Economist "O"

The Economist "O" I would like to post the statement,videos,Diffrent issue like political,economical, Criticism,Argument,And entertain program will be include.

Al hamdulillah today is the day when my life is become independent.It is the sarting point of my success it is not the f...
11/03/2022

Al hamdulillah today is the day when my life is become independent.It is the sarting point of my success it is not the final success of my life.Today is the day when l win the people not interest or happy for my success.And the day when l start the second chapter of my life.For all Al hamdulillah!!!

=========Dhaloota qubeen qareeMaaltu doomsu danda'aa?osoo sobni tuulamuuDhugaan itti naanna'aaDhaloota kaayyo qabuuKaayy...
18/02/2022


=========
Dhaloota qubeen qaree
Maaltu doomsu danda'aa?
osoo sobni tuulamuu
Dhugaan itti naanna'aa

Dhaloota kaayyo qabuu
Kaayyoo ofitiin kaata
Harra isa woreegee
Dhalootaf firii laataa.

Yoo ta'es jiruun isaa
Meeqas kan kufe ka'u
Kayyoo boruu jiraata
Habaqi hafa ta'u.

18/02/2022

...
==========
Armaan maliidha?
Namni beekuu jirtuu?
moo osoo adda baafnee
Isa miidhaan ta'es
Isaa huuba ta'es
Iddo qixxee hirtuu?

Moo adda baafte beekta?
Aramaadhaaf Garbuu
Kan dhugaa dubbatee
Dhugaa dubbi isaan
Dhalootaadhaaf darbuu

Moo adda baafte beektuu?
waan armaan tahee
Kan sanyiin dhaloota
Meeqat abba tahee.

Aramaa......deebii naaf deebisaa...itti fufaa

13/02/2022
04/02/2022

kee hin jijjiirin.

===================

Kaayyoon galmaa saa qabuu
Kaayyoon galmii saa ifaa
Baraan hin jijjiiramuu
Haalaan hin jijjiiramuu
Yookaan dhuubame bifaan.

Galaana ta'u beekaa,
Taateen jireenyaa lafaa
Ana maal qabadhee dhufe
Maaltu na duubatti hafaa

Jedhe xinxalee beekaa
Waan taree darbee dhufuu
Gaarri shiraas tulamees
Obsaan bira dabarsaa
Sobaan laqamee kufuu

Galaanni yeroo dhufee,
Hunduma fuudhe lixaa
Iddoo galuu kanbeeknee
Kan lubbu qabuu fixaa

Abdii kutatin gurbaa,
Abdii kitatiin jaaluu
Gadheetiin woreegamuun
Kaayyo keenyarra caaluu

Addunyaan kun abjuudhaa
Mee fakkeenya si laadhuu?
Faashistis ta'e naazii
Al tokko me yaadadhuu
Kaanaf yaadadhu gurbaa
Obsiituma naaf baadhu.

.

☕🥑🥜Jijjiiramni haala qilleensaa oomisha bunaa irratti dhiibbaa akka qabaatu ragaan jiraatus, ho’i addunyaa dabaluun kuni...
01/02/2022

☕🥑🥜
Jijjiiramni haala qilleensaa oomisha bunaa irratti dhiibbaa akka qabaatu ragaan jiraatus, ho’i addunyaa dabaluun kuni akkamiin avokaadoo fi ‘cashew’ irratti dhiibbaa akka geessisu odeeffannoo muraasatu jira.

Qorattoonni kunneen ho’ii addunyaa dabalaa jiraachuun akkamiin oomishoota kunneen waggoota soddoma dhufan keessatti akka miidhuu danda’u qorataniiru.
👉

Jijjiirama haala qilleensaa: Biyyooti addunyaa buna, avokaadoo fi sanyi lawuzii (cashew) biqilchuuf mijatoo tahan sababa ho’a addunyaan jijjiiramuu malu jedha qorannoon haaraa.

Address

Lole Abosera
Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Economist "O" posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to The Economist "O":

Share