17/09/2026
Gaddatu naan labee
Na gubate garaachikoo
Ciisus hirriban dhabee
Namadaa'e cinaachikoo
Bona ta'eem gannatuu
Imimmaan narra yaa'ee
Lubbuunkee haajannatu
Tarree tolootaa taa'ee
Hangafa qaama miiraa
Hin naafcaalta agartuukoo
Kutattuu ilmoo dhiiraa
Nagaan taa'i marartuukoo
πππππππππ
suuraa yaadannoo2014π