Lencho Berhanu official

Lencho Berhanu official Biomedical

Dhugaaf haqaa jiruMiliksinaa nu jalaaImimmaan ayyootiDhiiga dhiigu laalaaLootuu Leenca taateKeenyaarraan nu urtiiGaraan ...
20/11/2024

Dhugaaf haqaa jiru
Miliksinaa nu jalaa
Imimmaan ayyooti
Dhiiga dhiigu laalaa

Lootuu Leenca taate
Keenyaarraan nu urtii
Garaan nu ciccininee
Dhabne dhugaaf murtii

Kan durii dubbannaa
Amma baatuun ba'ee
Imimmaanifi dhiigni
Danballi'ee lolaa ta'ee

Afaanii warrii humnaa
Jaalaladha lallabuu
Garuu lubbuu qaalii
Bineensa qallabuu

Namuu dubbii dhiisee
Keenyuma yoo mulquu
Cirriqfate dhiiga tufee
Nu nyaachisanii Bulguu

Gameessafi kichuu
Yoo ajjeesu rukutee
Qe’ee isaanii gubee
Oromo ciraa kutee

Yeroo dinni bokkisu
Halakee akka harree
Qa’ee keenya dhaalu
Nuti lakkisne tarree

Hayyoonni martinuu
Cuqqaalamee afaan
Yeroo keenya dhabnu
Namaas ta'ee lafaan

Keenya dubbin

Kichuu kichuutti ciruu
Harcaasu akka baalaa
Hundumtuu callisee
Afaan qabatee laalaa
Garuu qe'ee keenyaa
Eenyutu nuuf dhaalaa?

''Madaa nu madeessitan
Yoo qoores godaannisaa
Barraa'ee ol kaawwanna
Dhalootatu dubbisaa''
😭😭😭😭😭😭😭😭

 #  Dhibee busaa uummata keenya Godina Wallagga lixaa Qondaalaa,Beegii fi Gidaamiitti mudate baraaruuf lakkoofsi herrega...
12/10/2023

#

Dhibee busaa uummata keenya Godina Wallagga lixaa Qondaalaa,Beegii fi Gidaamiitti mudate baraaruuf lakkoofsi herregaa banamee jira.Anis kana sababeefachuun namoonni hedduun akka hirmaataniif Challenge eegaleen jira.

qarshii 5
qarshii 3
Sa'aa 15 tura.
Waliif qooda.✍️

Bokku ArtsSanbata xiqqaa Sa'aatii 8:00 irrattiMana Tiyaatiraa Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti (Birbirsa...
28/09/2023

Bokku Arts

Sanbata xiqqaa
Sa'aatii 8:00 irratti
Mana Tiyaatiraa Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti (Birbirsa Gooroo)

Legends Oromo Artists Together❤️❤️
28/09/2023

Legends Oromo Artists Together❤️❤️

❤️
27/08/2023

❤️

Gargaarsa Booranaatiif Obboleessi keenya Yaadataa Juneydii qarshii 10,000,000 (miliyoona kudhan) kara Ustaaz Raayyaa Abb...
26/02/2023

Gargaarsa Booranaatiif Obboleessi keenya Yaadataa Juneydii qarshii 10,000,000 (miliyoona kudhan) kara Ustaaz Raayyaa Abbaamaccatiin nuuf qopheessee jira kuuno erraa qeebaladha!

YADETA JUNEYDI BEKRI
BRIGHTON TRADING

Beelli beellama namaaf hin qabu!Uummata keenya Booranaatiif haa birmannu!
24/02/2023

Beelli beellama namaaf hin qabu!
Uummata keenya Booranaatiif haa birmannu!

❤️❤️❤️
11/09/2022

❤️❤️❤️

😇😇
15/02/2022

😇😇

02/05/2021

Technically

Address

Bunoo Beddelle
Bedele
KIKE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lencho Berhanu official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Lencho Berhanu official:

Share