Dabena Poly Technic college Agriculture sector trainers'

Dabena Poly Technic college Agriculture sector trainers' Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dabena Poly Technic college Agriculture sector trainers', College & University, Bedele.

02/09/2023
02/09/2023
Kolleejjin Kilaastera Daabanaa barattoota gulantaa addaddaan leenjisaa ture 500 ol eebbisise====≠=====≠====Magaalaa Bedd...
02/09/2023

Kolleejjin Kilaastera Daabanaa barattoota gulantaa addaddaan leenjisaa ture 500 ol eebbisise
====≠=====≠====
Magaalaa Beddelleetti kilaasterri Daabanaa Koolleejjiiwwan mootummaa 5 fi dhuunfaa 1 of jalatti Kan haammate yootahu guyyaa har'aa barattootasaa eebbisiiseera

Diiniin Koolleejjii Poolii Teeknika Daabanaa Obbo Xilahuun Guyyaasaa koolleejjiiwwan Kilaastera Daabanaa keessatti barattootni 503 gosoota Ogummaa 14 n barataa turan qormaata gahumsa Ogummaa gulantaa tokkoo hanga afurii fudhachuun milka'anii eebbaaf dhaqqabuu ibsan.

14/04/2022

Koolleejii Poolii Teeknika Daabanaa keessatti gaafa 6/8/2014 Wal dorgommii Tapha kubbaa saaphanaa garee leenjistoota muummee BEI ,IEMDS fi Seektara Agriculture gidduutti gaggeeffameen leenjistootni seektara Agriculture injifannoon goolabaniiru!!! leenjistootni garee kanaa fi deeggartootni garee kanaa hundi Baga gammaddan.

Address

Bedele

Telephone

+251917641494

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabena Poly Technic college Agriculture sector trainers' posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share