Dinkisa Takale

Dinkisa Takale Gambella

14/12/2023

@@@

08/11/2023

@@

01/11/2023

Ifa Borii Arguuf Dukanaa Har'aa Kessummessuun Dirqamaa bar!

28/10/2023

@ Ta'i!@@
Saw Hon!

22/10/2023

@ kanarraa wanti ati akka tasaatti ta'uu hin dandeenye hayyuudha. Eenyuyyuu akka carraa hayyuu ta'uu hin danda'u. Sababni isaa beekumsi akka waraqaa qarshii miti. Giphii keessa yokaan baankii keessa hin kaa'amu. Sammuu qofaa keessatti kuufamuu danda'a.@@
Beeka Ta'uf dhamaa'i!@@

11/10/2023

Add me Dinkisa Takale page.

❏ Ati yoo of hin kakaafne homtuu garagalee si hin ilaalu!"
❏ Kan siif jiruu fi jiraatu suma!
❏ Akka ati of qabdutti eenyullee si qabuu hin danda'u!

Maarree maaliif of hin kakaaftu, maaliif of hin dadammaqsitu?
✪️ Dammaqaa ta'uun hojii tokko dandeettii guutuu ta'een hojjechuuf si gargaara.
✪️ Humna uumamaatti fayyadamuuf cimina siif laata.
✪️ Dadammaqinni sababa uumamuu yookiin kalaqa waan tokkootiif ka'uumsa dha.
✪️ Namni dammaqe rakkina isaa irratti dhiibbaa uumuuf qophiidha.

❏ QAJEELFAMOOTA DADAMMAQIINSA JIREENYA ILMA NAMAATIIN WALQABATAN:

➊. Kaayyoo ofiitiif bitamuu!
➋. Xiyyeeffannoo qabaachuu!
➌. Galma ofii beekuu!
➍. Ejjennoo qabaachuu!
➎. Jalqaba haaraan eegaluu
➏. Karaa salphaa adeemuu
➐. Mul'ata qabaachuu
➑. Waan addaa uumuu
➒. Beekumsa ofiitti fayyadamuu
➓. Ofitti amanamummaa qabaachuu

❏ Ati yoo of hin kakaafne homtuu si hin kakaasu!

06/10/2023

Faajjii Tokkummaafi Obbolummaa Kan Ta'e Irreecha Bara 2016 n Bagaa gessaan.

የአንድነትና የወንድማማችነት ተምሳሌት ለሆነው ለ2016 የኢሬቻ በዓል እንኳን በሰላም አደረሳችሁ!

01/10/2023

Dhugaa sitti himuu?
↪️ Addunyaan kun kan warra obsa qabaniiti. Jiruu kee guyyaa guyyaa keessatti obsi murteessaadha. Amala namootaa dandeessee jiraachuufillee obsa qabaachuun dirqama.

26/09/2023
22/09/2023

Waan hundumaaf sin Galateefadha.!

31/08/2023

Baraa fi Furgguggee gadi jedhaani dabaarsuu!

29/08/2023

Waqaayyoo Gaariidha,Hojjiinsaas. gaariidha,%

Address

Gambella
Dembi Dolo
WALLEGA

Telephone

+251917892276

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dinkisa Takale posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Dinkisa Takale:

Shortcuts

Share