Shukrii Ibnu Abdii

Shukrii Ibnu Abdii Follow me my page face book official

21/06/2025
 Kan barana kan bara hegeree
05/06/2025


Kan barana kan bara hegeree

04/06/2025

Oollee nagaan nuhaa bulchu
Tan dhuftuuf nuha toolchu
Jiruf jireenya nuuf haa bareechu
Teessoo mana lachuu
Aa ammiiiiiin yaa Rabbii aammiiiin
Ngh bulaa

Nama yeroo hundaa sii wajjiin gammadee jiraatu qabachuun waan guddaadha kanafuu hiriyyaa ofii waliin haa gammachuu haa q...
03/06/2025

Nama yeroo hundaa sii wajjiin gammadee jiraatu qabachuun waan guddaadha kanafuu hiriyyaa ofii waliin haa gammachuu haa qabaannu

Baga Ji'a kabajama fi jaalatama Ji'a Ramadanatin ittin nu gahee Kan barana kan bara hedduu Rabbiin nuuf haa godhuu   ゚
28/02/2025

Baga Ji'a kabajama fi jaalatama Ji'a Ramadanatin ittin nu gahee
Kan barana kan bara hedduu
Rabbiin nuuf haa godhuu

Karaan ati deemtu sirridhaa Taanan fageenya hin sodaatin Deemsa kee itti fufii tolee
11/08/2024

Karaan ati deemtu sirridhaa Taanan fageenya hin sodaatin
Deemsa kee itti fufii tolee

Namonni tokko tokkoo gowwaa nama se'uGaruu isaa namoonni gowwummaa isaanii danda'aani wajjiin jiraacha jiran Hin beekan ...
07/08/2024

Namonni tokko tokkoo gowwaa nama se'u
Garuu isaa namoonni gowwummaa isaanii danda'aani wajjiin jiraacha jiran
Hin beekan waan ta'eef

Address

Dire Dawa

Telephone

+251713556292

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shukrii Ibnu Abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share