Tujii abdujaliiltj

Tujii abdujaliiltj Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tujii abdujaliiltj, College & University, Etihopiya, Dire Dawa.

23/12/2024

Stay connected with family and friends using imo's free video calling app. Enjoy free video chats, 1-on-1 calls, audio calls, and international calls!

اسلام علیکم ورحمۃاللہ وبرکاتہ AS WR WB  barnnootaa ammayyaawa  umanii muslimaa hundiinuu kotta
23/12/2024

اسلام علیکم ورحمۃاللہ وبرکاتہ
AS WR WB
barnnootaa
ammayyaawa umanii muslimaa hundiinuu kotta

Stay connected with family and friends using imo's free video calling app. Enjoy free video chats, 1-on-1 calls, audio calls, and international calls!

27/10/2023

JIMAAN JIRUU TEENYA

Ati fi jimaan nuuf Warqiidha

27/10/2023

Iyyaa fi Iyyannoo dadhabbii Yeroo dheeraa booda,
har’a Mootummaan Keelaalee seer-maleessa Oromiyaa keessa bakka gara garaatti daandirratti bahuun, Daldaltoota jimaa akkasumas Ummata qotee bulaa Oomisha jimaan jiraatu,
kafaltii qaraxa humnaa oliitin saamaa Ture,
Daandirraa Kaasuu Eegalee jira!

San keessaa Fakkeenyaaf Keellaa Guddaan Harargee Bahaa bakka Dhangaggoo jedhamuun beekkamu irratti humna olitti saamicha gaggeessa ture;
har’a guutumaan guututti ka’ee jiraachuu isaa mirkaneeffannee jirra!

Kanneen hafanis Harargee lixaa
keellaa Bordoddee dabalatee
Waluma faana akka ka’uu fi
Guyyaa muraasaaf kaasanii
Akkan deebifne itti dhaammanna.
Kan jiru hundi akka ka’us Abdii qabna!

Furmaata kana fiduuf Dhiibbaa Gochuu irratti
Aarsaa kafalee Warri hirmaataa turtan hundi Galatoomaa! Galatoomaa galanni keessan dhachaadha🙏

Dhugumatti Faageenya Baadiyyaadha,
osoon janne, Ummata keessa gadi buunee
Video waraabnee Yaada hawaasa irra fuunee
Waan godhamuu qabu hunda goonee jirras!

Eyyen jimaan qabeenya👌
Murti Guuto…✍️

Maal ja'ama wani kun
05/07/2023

Maal ja'ama wani kun

04/07/2023

سبحان الذي سخر لنا هذا وما كنا له مقرنين وإنا إلى ربنا لمنقلبون. اللهم أنت الصاحب في السفر والخليفة فى الاهل اللهم هون علينا سفرنا هذا واطوِ عنا بعده اللهم إني اعوذ بك من وعثاء السفر وكآبة المنظر وسوء المنقلب فى الاهل والمال والولد
riyaadirraa gama doohaa achirraa gama finfinnee

Address

Etihopiya
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tujii abdujaliiltj posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share