Doba TVET college

Doba TVET college Government Organization

22/09/2025
🎉  ? ✨Dhaabbileen leenjii teeknikaa fi ogummaa guutuu biyyattii keessa jiran yeroo leenjii haaraa kanaan leenjifamtoota ...
21/09/2025

🎉 ? ✨

Dhaabbileen leenjii teeknikaa fi ogummaa guutuu biyyattii keessa jiran yeroo leenjii haaraa kanaan leenjifamtoota jiranii fi haaraa simachuuf qophii isaanii guutuu xumuraniiru. 🚀

Dargaggoota, warra leenjii ogummaa barbaadan, akkasumas namoota mul'ata qaban ogummaawwan yeroo ammaa kana fedhii guddaa qaban irratti leenji'uun egeree isaanii ifa gochuuf karoorfataniif carraa warqeeti.🌟

🌟 Maaliif?

📚 Addunyaa hojiif beekumsa ti'oorii qofa osoo hin taane, leenjii qabatamaa guutuu fi fedhiidhaan akka ba'uuf si dandeessisu waan si qopheessuuf, .

📚 Leenjii gabaa hojii fi ogummaa yeroo ammaa kana fedhii guddaa qabuun walsimsiisu waan argattuufi baay’ee akka barbaadamtu si taasisu waan ta’eef, .

📚 Hojjetaa osoo hin taane hojjechiisaa ta'uuf carraa waan siif kennuuf;

📌 danda'a?

🎓 Eebbifamtoonni mana barumsaa sadarkaa lammaffaa hojiin ofii, maatii isaanii fi biyya isaanii jijjiiruuf meeshaa ijoo ta’uu hubatanii hojii filannoo isaanii ta’ee filatanii, .

🎓 Abbootii qabeenyaa fi invastaroota gara fuula duraa hojii leenjii erga jalqabanii booda daldala mataa isaanii jalqabuuf murteessan, fi

🎓 Lammiileen ogummaa fi beekumsa dabalataa horachuun daldala isaanii guddisuu, galii isaanii guddisuu fi gara fuula duraatti of jijjiiruuf karoorfatan sagantaalee adda addaatiin leenji’uu ni danda’u.

👉 darbiin!

🌠Kolleejjii leenjii teeknikaa fi ogummaa naannoo keessan jirutti makamaa! Bara leenjii haaraa keessatti hojii qabaachuun egeree jijjiiruuf dafanii galmaa'aa!

Ministeera Hojjetaa fi Ogumma

Oromia Skills Festival 2025
21/09/2025

Oromia Skills Festival 2025

Guddina oomishaafi oomishtummaa birmadummaa wabii nyaataaf !!!*****************************Qaammee 3 Guyyaa Oomishtummaa...
08/09/2025

Guddina oomishaafi oomishtummaa birmadummaa wabii nyaataaf !!!
*****************************
Qaammee 3 Guyyaa Oomishtummaa
Guddina dinagdee biyyaa keenya milkeessuuf
Omishaafi Oomishtummaa keenya dachaan dabaluun Baay'ee murteessaadha.

Kolleejjii BLTO Doobbaa.

https://t.me/DOBATVET2012

21/08/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Tashome Melese, Misgan Yadet

26/07/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Mana barumsaa burqaa beekumsaa oolmaa daa'immaani fi sadaarka 1ffaa caffee donsa , Balisaa Ilma Oromtichaa, Arif Aliye M***a Page, Nasruu Ababiyyaa, Dinaol Ejeta

  vs  Aanaa doobbaatti hojii qonnaa magaalaa oomisha kuduraafi muduraa hojjatamaa jira Caamsaa 12/2016 Doobbaa Godina Ha...
22/05/2024

vs
Aanaa doobbaatti hojii qonnaa magaalaa oomisha kuduraafi muduraa hojjatamaa jira
Caamsaa 12/2016 Doobbaa
Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti Kolleejjii (BLTO) Doobbaa Ogummaa gargaraa keennuu cinaatti qalla'iinaa jireenya xiqqeessuuf ,hojii qonnaa magaalaa oomisha kuduraa fi muduraa bifa milkaa'ina qabun hojjatamaa jira.
Hojiin misooma kuduraa fi muduraa kunis galii keessoo guddisuufi qala'insa jireenya xiqqeessuu bira darbee moraa kolleejjicha magariisa (Green area) gochuuf baay'ee murteessaadha wan ta'ee cimee itti fufuu qaba..!!

https://t.me/DOBATVET2012

15/12/2023
Guyyaa 05/04/2016 Koollejjiin BLTO Doobbaa Leenjii kaizenii irratti leenjistoota koollejjii,hojjetoota WKTIT, hojjetoota...
15/12/2023

Guyyaa 05/04/2016 Koollejjiin BLTO Doobbaa Leenjii kaizenii irratti leenjistoota koollejjii,hojjetoota WKTIT, hojjetoota CHUO Aanaatif haala kanaan kenna jira.
https://t.me/DOBATVET2012

06/12/2023

https://t.me/DOBATVET2012

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Fere Flr T, Kebena Jebera Dale, Mootii Tashoomaa, Biyansa Irasu, Kalifa Adem, Offalaa Ballaxaa, Dambii Dambii Yemanee, Tokømsãã Fayîsaã

❤❤❤Thank you more To join ❤❤❤

Address

Doba

Telephone

+251904886170

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Doba TVET college posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Doba TVET college:

Share