Getu Teshome Zewudu

Getu Teshome Zewudu halaaf yeroo ilaaltee hin sodaatin
oftaa'i akkatti si beekanif bakki ati jirtu tokkoo ta'uu qaba.

kabitish lamuuπŸ˜…
21/11/2025

kabitish lamuuπŸ˜…

Arsenal and TottenhamTaphni kun Masaanummaa isa jabaa keessummeessa. Akkumaa nu hundi quba qabnu, Arsenaaliifi Tootinaam...
21/11/2025

Arsenal and Tottenham

Taphni kun Masaanummaa isa jabaa keessummeessa. Akkumaa nu hundi quba qabnu, Arsenaaliifi Tootinaam walmorkii jabaa gaggeessaa turaniiru.

Arsenaal bara kana qabxii sadii milkeessuuf dirree seena. Kana dhugoomsuuf immoo, kilaba kamiyyuu injifachuun dirqama.

Arsenaal Manchester City qabxii 4 tiin dursa. Garaagarummaa kana itti fufsiisuuf ykn guddisuuf dirree seena. Morkiin Arsenal Emirates Stadium irratti gaggeessu, taatee jajjaboo lama simata.

Arsenal 2:0 Tottenham Hotspur ta'a jedhen tilmaama.

Isinis tilmaama kennu dandeessu.

Bara kana namonni yadaattan jirtu ?Yerrichi yeroo akkami ture ?Haraa'a hoo!
18/06/2023

Bara kana namonni yadaattan jirtu ?
Yerrichi yeroo akkami ture ?
Haraa'a hoo!

Haa nyaannu kootta!πŸ™ˆπŸ™ˆ
18/06/2023

Haa nyaannu kootta!πŸ™ˆπŸ™ˆ

09/05/2023
Ijoollee Oromoo odaa basi irraa sababa oromummaa isaani qofaf hojii irraa ariyyataman isiin shanee dha jechuun!
14/12/2022

Ijoollee Oromoo odaa basi irraa sababa oromummaa isaani qofaf hojii irraa ariyyataman isiin shanee dha jechuun!

   nafxanyaa ta'uu hin oltuu namitin turtii sa'aatii 24 booda bahee jedhen ture deebiite guyyaa 27 nati cuqalteti hirriy...
14/12/2022

nafxanyaa ta'uu hin oltuu namitin turtii sa'aatii 24 booda bahee jedhen ture deebiite guyyaa 27 nati cuqalteti hirriyyootan koo Asiin wal hordoffan hin teenyu hinuma deema galma kayyoo koon beeka!
Karii fb koo ammaf ugguramera kara page koo kana koota.

14/12/2022

Afaan hadha kee naaf haa cuufani malee!

Address

East Wolega
Dukem
12345

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Getu Teshome Zewudu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Getu Teshome Zewudu:

Share