Firoo Ahmad

Firoo Ahmad Page

Culture is symbolCulture day
13/05/2023

Culture is symbol
Culture day

Jaala koo kabajamaa fi jaalatamaa Fami Abdela Uso baga guyyaa hawwiin eegaa turteen si gahe. Horaa bulaa meyraa dagaagaa...
25/04/2023

Jaala koo kabajamaa fi jaalatamaa Fami Abdela Uso baga guyyaa hawwiin eegaa turteen si gahe. Horaa bulaa meyraa dagaagaa waliin turaa.

Guyyaa gaarii ture.
06/04/2023

Guyyaa gaarii ture.

baga geesse SHARMAARKEE ADEM
09/01/2023

baga geesse SHARMAARKEE ADEM

JAALALA❤️Meeshaa inni hin cabneyookan inni hin bannekan hattuu abshaallinama jalaa hin hanneKan toora toora galeehiriire...
14/12/2022

JAALALA❤️

Meeshaa inni hin cabne
yookan inni hin banne
kan hattuu abshaalli
nama jalaa hin hanne

Kan toora toora galee
hiriiree tarraa'ee
kan dhagaa gubbaatti
warqeedhaan barraa'e

Kan balaqqeessa'ee mullatu
ijji fagoorraa argu
kan rooba hin filanne
aduudhaan kan margu

Jaarraa meeqa turee
waa hunda moo'atu
argamee kan hin quufamne
kan dhaloonni dabareen qo'atu🌹🌹🌹

Address

East Oromia
Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firoo Ahmad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Firoo Ahmad:

Share