14/08/2022
Addunyaan Ethiopia πͺπΉ tarree biyyoota akka Ukraine πΊπ¦, Afghanistan π¦π«, Syria πΈπΎ, south sudan πΈπΈ, Nigeria π³π¬ keessa galchitee jirti. Itoophiyaan akkuma biyyoota kanaatti waraana fi beelaan miidhamuufi gargaarsa hatattamaas barbaaduu ishee United Nations ibsee jira. Mootummaan Naannoo Oromiyaa osuma dhugaa ummata keenya dhooksuu Addunyaa haqa jiru gabaasaa jirti. Ani sodaan koo yeroo deeggarsa ummata keenyaaf Addunyaa godhuuf lakkoofsa ummata beelaan miidhamee gaafatan, Mootummaa Naannoo Oromiyaa wayii nuti ummatni keenya badhaadhee jiraa beelaan hin miidhame jadhee waakkataadha. Sodaan koo! π ummatni keenya kan biyya keessaa fi ala jiru tokkummaan akkuma durii wal cinaa haa dhaabbannuun dhaamsa kooti! Xumureen jira!