Borantichaa BBO

Borantichaa BBO Jiruun Addunyaa Bu'aa Ba'ii Gudda Qabdii !!

18/03/2024

Jannata keessatti ollaa

Rabbiin nu haa taasisu!🤲

Nabii Muhammad irrattii Salawwata Buussii Osoo Gartuu Biraa Hin Kutiin Yaa ilmaan Nama💔
23/02/2024

Nabii Muhammad irrattii Salawwata Buussii Osoo Gartuu Biraa Hin Kutiin Yaa ilmaan Nama💔

23/02/2024

BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 16 QOFAATU HAFE !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Dr. Ibsaa Dhugaa

Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.

Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture, akkas jechuun

1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan

2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.

Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.

Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu arkatu nu haa taasisuu.

Galatoomaa

https://www.instagram.com/ibsaashyusuf/

20/02/2024

Address

Street Interstate Nice
Gidole
BOORANA

Telephone

+251941012417

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Borantichaa BBO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Borantichaa BBO:

Shortcuts

Share