Jira yesuus

Jira yesuus Isatu jiraafaan jira.

17/11/2025

Osoo qilleensi fudhannu,kenna namaa ta'eetii yaaddeettaa?firaafi qomoon duubatti hafuu akka dandeenyu!😍

Waaqayyo hunda keenya qixatti jaallatteera;nuuf haa galatoomu💥

Abrahaam Baacaa Raggaasaa jedhama. Nama hojjetee of jiraachisu ture. Kaleessa fayyaa ture, har'a dhukkubsataa dhibee h°a...
08/11/2025

Abrahaam Baacaa Raggaasaa jedhama. Nama hojjetee of jiraachisu ture. Kaleessa fayyaa ture, har'a dhukkubsataa dhibee h°amaa Kaanserii Sammuuti. Waan qabun Hospitaalota biyya keessaatti of yaaluuf fixateera. Uummanni biyya alaaf, keessa jirtan na tumsaa isiniin jedha.
Fayyaan faaya! fayyaan nun dhibiin!
Lakkoofsa Herrega isaa.

Abraham Bacha Regasa
1000055969985

Abraham Bacha Regasa
1478361200001

Abraham Bacha Regasa
O13200887216300

Abraham Bacha Regasa
1000531215404

11/10/2025

Karaa Yesuusiin warra du'aan keessaa kaanee,jiraattota taane!💜

07/10/2025

Jireenyi dhugaan yesuus keessa jira.😍

Nama jaallatu as-jalatti yaamii 'bg kan yesuus' taane jedhiinmee!☺

🥰
02/05/2023

🥰

Album Dhangaa Gadhiifameera
Link kanaa gadiitiin seenaatii youtube irraa dhaggeeffadhaa.

1. DHANGAA
https://youtu.be/mT1dNA5V1rU

2. NATU SIIN JEDHE
https://youtu.be/Wxn094b922Q

3. NAN DEEMA
https://youtu.be/ya-znIqHqag

4. ANAAF SUMA
https://youtu.be/S-qxtr63rC8

5. LAALAA
https://youtu.be/8Ptc36UXNTg

6. ULFAADHU
https://youtu.be/UwLTGKSzfTM

7. KUN ADDA
https://youtu.be/B9hHTTlw9kw

8. SITU JIRA
https://youtu.be/xNJiIfy2ghs

9. MIRREE
https://youtu.be/_GziuYm_Ugg

10. NARRAA EEGAMA
https://youtu.be/5zYrip9CuOU

🥰
29/04/2023

🥰

Address

Ambo
Guder
ZOM

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jira yesuus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Jira yesuus:

Share