Muje orom nice

Muje orom nice Muje oromo nice

WBO koo
16/05/2025

WBO koo

Baga Ebla 15 guyyaa gootota Oromoo geeysan!❤️💚❤️
15/04/2025

Baga Ebla 15 guyyaa gootota Oromoo geeysan!

❤️💚❤️

WBO zoonii kibbaa Miseensota haaraa Eebbsiisee
24/10/2023

WBO zoonii kibbaa Miseensota haaraa Eebbsiisee

Hoggansa Abjuu dhugaa, mul,ata fagoo ,imala dheeraa qabuu jala hirirree wan jirruuf fuldurattii Akka tarkaanfannu hin sh...
29/09/2023

Hoggansa Abjuu dhugaa, mul,ata fagoo ,imala dheeraa qabuu jala hirirree wan jirruuf fuldurattii Akka tarkaanfannu hin shakkinu! That,s True politica military command leaders
Gumaa Gootaa

Akka "Olmaa guddaa na biraa qabda!" Jannee wal galateeffachuuf tolutti olmaa waliif haa oolluu. Yoo waliif hin Rakkatin,...
27/09/2023

Akka "Olmaa guddaa na biraa qabda!" Jannee wal galateeffachuuf tolutti olmaa waliif haa oolluu.

Yoo waliif hin Rakkatin, yoo waliif hin cinqatin, yoo Gammachuuufii balloo qofa waliin dabarsuuf waliif banaa taane jaalalti meerree?

Ija walii wajjiin boocheetu, ilkaan walii wajjiin kofle irra seenaa jabaa qaba, namni si hin jaalannees wal gahee guyyaa gammachuu teetii dhiichisee, nyaatee dhugee inuma deema. Guyyaa booche garuu jaalala dhugaa qofaatu imimmaan san sirraa haquuf si biratti hafa.

Harka imimmaan koo narraa haqe akkamiin dagadha,
Tanaafiin yeroo mara haalaan si jaaladha.

Force 330 power
27/09/2023

Force 330 power

28/08/2023
Lalii mee dhiraa wajiin haa mudhi tenyaa haa hidhaanuu
01/07/2023

Lalii mee dhiraa wajiin haa mudhi tenyaa haa hidhaanuu

Address

Page . OLA
Harar
HARAR

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muje orom nice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share