Megarsa J Adem

Megarsa J Adem 1. "Gamachuudhaan jiraachuun, walitti dhufeenya fi tokkummaa cimsuun kaayyoo keenya."


2. "Dargaggoota waliin hojii fi hawaasummaa guddisuuf, kaayyoon

"Jireenya keessatti nagaa fi tasgabbii argachuuf, hojii Islaamaa fi gorsa irratti xiyyeeffachuun."


3.

27/03/2025
27/03/2025

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

Gufuu ati ijaarteenqeensi koo buqqa'eeibidaa ati bobeessituunkeessi koo luqqa'eeHaasidumma keetinqalbii nama cabsiteesha...
06/01/2025

Gufuu ati ijaarteen
qeensi koo buqqa'ee
ibidaa ati bobeessituun
keessi koo luqqa'ee

Haasidumma keetin
qalbii nama cabsitee
sharrii keessa keetiitin
meeqa maraachitee

Gammachuu nama hin feetu
gadda nama malee
Sharrii keetin qabamee
meeqatu of walaalee

Sharrii feete gootus
haala xiqqaaf guddaan
karoora natti baafatus
kallatiidhuma hundaan

sakaallaa ati naan hiiten
takka kufee hin cabnee
abdii rabbii qabaa
ammas abdii hin dhabnee

Feetu naa ajjeestus
homaa natti hin fakkaatuu
namu adunyarra ni galaa
zalaalam hin jiraatuu

Shira barbaade ijaartus
adunyaa gubbatti
qiyaama wal arginaa
Kaaliqa biratti

Yaa ishee shamaraa
atis ilmi dhiira
yaa kan alagaa taate
atis kan taate firaa

Fayyaa nama irratti
hin yaadina shiraa
Akka jazaa agannuu
boru rabbiin biraa
waan gaarii ha dalganuu
Yaadanne aakiraa

11/06/2024

Fagoo Mitii dhihotti Bakka
Yaaddeen Rabbiin Sihaa gayu ☝️🤲

Rabbiin Rizqii Halaal.~ Tan barakhaa qabdu~ Tan dhuma hin qabne~ Tan fuula namaa irraa ittiin duroomtan~ Tan Aanaa keess...
06/11/2023

Rabbiin Rizqii Halaal.
~ Tan barakhaa qabdu
~ Tan dhuma hin qabne
~ Tan fuula namaa irraa ittiin duroomtan
~ Tan Aanaa keessaan ittiin maxxanfattan
~ Tan Rakkataa ittiin gargaartan
~ Tan beelaawaa ittiin nyaachistan
~ Tan dheebootaa ittiin obaasta
~ Tan hiyyeessa ittiin dureessitan
~ Tan dhukkubsataa ittiin wallaantan
~ Tan nama hiraare ittiin gammachiistan
~ Kan liqiin irraa jirtu liqii irraa baastan
~ Tan mana Rabbii ittiin ijaartan
~ Tan madrasaa ittiin ijaartan
~ Tan karaa Rabbii keessaatti baastan
isiniif haa kennu

Address

Esat
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Megarsa J Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share