Tofiq Idiris Sheika

  • Home
  • Tofiq Idiris Sheika
Call Contact the university
17/09/2026

Har'a halkan jum'aati: Ergamaa Rabbii Nabi Muhaammad {๏ทบ} (S.A.W) irratti salawaata haa buusnu, kheyriif ajrii haa arkannu.โ™ฅ๏ธ Hayat Abdo

KINTAAROTII- Hemorrhoid*******************************Kintaarootiin iitaa qaama taa'umsaa irratti mul'atu yoo ta'u innis...
17/09/2026

KINTAAROTII- Hemorrhoid
*******************************

Kintaarootiin iitaa qaama taa'umsaa irratti mul'atu yoo ta'u innis hiddi dhiiga deebistu kan naannoo ta'uumsatti gurmuun argamu yoo iita'u kan dhufu dha. iitaa kanaaf wontootni hedduun sababa ta'uu malu. Isaan keessaas:
* Yeroo bobbaaf taa'an baay'isanii ittanuu
* Qufaa yeroo dheeraaf nama irra ture.
* Furdinna gar malee guddaa ta'e qabaachuu.
* Wol qunnamtii saalaa qaama taa'umsaatiin raawwachuu.
* Garaa gogsuu ykn baasaa yeroo dheeraaf nama irra ture
* Meeshaa/mi'a ulfaataa yeroo dheeraaf dhaabbiidhaan fuudhuu/olkaasuu
* Dhukkubni tiruu ykn dhukkubni biraa kan iitaa garaatiif nama saaxiluu jiraachu
* Nyaata akka fuduraaf kuduraa fayyadamuu dhabuun wontoota rakkinna kanaaf nama saaxilan keessaa isaan ijoo ta'aniidha.
* Irra jireessaan ga'eeyyiiwan woggaa 20 ol ta'anifi haadholii ulfaa irratti hedduminnaan mul'ata.

----

----
Mallattoofi rakkinna Kintaarotii irraa dhufuu danda'an:

- IItaa qaama taa'umsaa irratti mula'atu ykn iitaa qaama taa'umsaa keessaa gadi bahe mula'tu. Kintaarootiin keessa qaama taa'umsaa ykn mar'umaan guddaa garaa gadii jiru keessatti muldhatu ni jira; inni kun sadarkaalee afur kan qabu yoo ta'u; iitaan isa kanaa fagomaa ijaan mul'achuu dhabuus mala. Yeroo ittannuuf bobbaaf teenyu qofa gadi bahee muldhachuun ofumaan ol-deebi'uu ykn qubaan ol-deebisuu ykn ammoo gadi bahee ol-deebii'uu dhabuus mala.

- Yeroo bobbaaf taa'an nama dhukkubuu ykn miirri akkasii namatti dhagahamuu.
- Akkasumas dhukkubii malee dhiigni sagaraa irratti ykn woraqaa ittiin haxaayannu irratti argamuu.
- Naannoo ta'umsaa nama hoqsisuu/hossisuu/
- Yeroo tokko tokko sagaraan/bobbaan to'annaa malee ofuma gadi bahuu (Yoo tuttuqii qabaate)
-Darbee darbee sirritti dhiiguu waan dhiigni suuta suutaan dhiigu kun hanqinna dhiigaatiif nama saaxiluu danda'a.
- IItaan kunis micciramuun ykn guduumfamuun, dhiigni ititee hidda dhiigaa naannoo saanaa cufuun dhukkubbiin hamaan tasa akka dhagahamu godha ๐Ÿ“ž0989904174

Dhukkuboota qaama namaa keessa jiran 50 oliif dawaa tahuu beektaa?Keessumaa nama qaamni caccabuuf/dhukkubu/ganama lafaa ...
17/09/2026

Dhukkuboota qaama namaa keessa jiran 50 oliif dawaa tahuu beektaa?
Keessumaa nama qaamni caccabuuf/dhukkubu/ganama lafaa ka'uu dadhabuuf
Namoonni gariin waan harka isaa jiru dawaa hin se'u

Gabaabsineetuma faayidaa talbaa/qoonxar qaama namaatiif qabu waliin ilaalla
Hawaasa keenya biratti baay'inaan baratamullee akka dawaatti hin laalan

Faayidaa qoonxar/Talbaa qaama namaatiif qabu
1,Guddina qaamaa dabala
2,Carraa dhukkubaan qabamuun ittisa
3,Dhukkuba onnee
4,Dhukkuba kaansarii
5,Dhukkuba kaansarii harmaa
6,Dhukkuba dhiibbaa dhiigaa
7,Dhukkuba sukkaraa qaama keeysaa gadi buusaa
8,Nama dhukkuba sukkaraa qabuuf hedduu bareeda
9,Ulfaatina qaamaa garmalee ni rrisa
10,Dhukkuba kalestiroolii qaamaa to'ata
11,Fayyummaa rifeensa keenya fooyyee isa
12,Fayyaa gogaa keenyaatiif gaariidha
13,Dhukkuba bawuu mataatiif
14,Dhukkuba kaansarii marrimanii
15,Dubartii dhala dhaabdeef dawaadha
16,Dhukkuba garaachaatiif dawaadha
17,Marrimaan qulqulleessa
18,Dhiphina sammuun ittisa
19,Dhukkuba garaa garaatiin qabamurraa nama ittisa
20,Bittaamiinoota garaagaraatiin kan badhaadhedha

Kana malees faayidaa hedduu waan qabuuf itti fayyadama

Akkaataa itti fayyadama isaa akkuma isinuu beytan galgala maankayaa 3 ykn 4 saanaa keessan naqxanii bishaan hanga birciqqoo lamaa itti naqxanii keessa bulchitanii ganama bishaan sana wajjiin dhowtanii dhugdan

Karuma feeteen fayyadami malee miidhaa takkallee hin qabu itti fayyadamaa maaloo

Fb kenya godhaa nuhordofaa

godhaa walbiraan gayaa

Namni osoo namni rafuu, nama dura dammaqee dhufu ulfata jedhama.โ€
17/09/2026

Namni osoo namni rafuu, nama dura dammaqee dhufu ulfata jedhama.โ€

Adaraa fayyi jedhiini darbi Dhukkubni gurbaa kanaa kun Baayyee nama gaddisiisa.Mansur Takkaa
15/09/2026

Adaraa fayyi jedhiini darbi Dhukkubni gurbaa kanaa kun Baayyee nama gaddisiisa.
Mansur Takkaa

Doktora, Professor fi Hayyuu Addunyaarraa 1ffaa kan ta'e   (SAW)
15/09/2026

Doktora, Professor fi Hayyuu Addunyaarraa 1ffaa kan ta'e (SAW)

Dawaa bareeda dubarti daa'ima godhachuu hin dandenyeef sher godha dubartoota biraan Baala biqiltuu tiin tan suura irratt...
15/09/2026

Dawaa bareeda dubarti daa'ima godhachuu hin dandenyeef sher godha dubartoota biraan

Baala biqiltuu tiin tan suura irratti mullattu tana jiidha isii muraasa bishaan lt1 kessa goote haga daqiiqa shanii ibidda iirra tursiifte lafa kesse haga daqiiqa soddomaa tursiifta ergasii irraa miirte walakkaa kubbayya tokko nyata dura ganamaa fi galgala dhugda ni fayyita fayyisaan rabbumaa
Itti fayyadama

Gaafi yoo qabaattan nu qunnama!!

Waan dandeessun nama kee cinaa dhaabadhu waan dhabdeen Rabbiin si cinaa haa dhaabatuuโญ๏ธโค๏ธ
14/09/2026

Waan dandeessun nama kee cinaa dhaabadhu waan dhabdeen Rabbiin si cinaa haa dhaabatuuโญ๏ธโค๏ธ

Hiyyeessa jechun nama qarshiin hiyyoome,Osoo hin taโ€™in nama sammun hiyyoomedha.
14/09/2026

Hiyyeessa jechun nama qarshiin hiyyoome,Osoo hin taโ€™in nama sammun hiyyoomedha.

๐’๐š๐ฅ๐ฅ๐ฎ ๐€๐ฅ๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐›๐ข๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ๐’๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ก๐ฎ ๐€๐ฅ๐ž๐ž๐ฒ๐ข๐ข ๐–๐š๐ฌ๐ฌ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ฆ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค
14/09/2026

๐’๐š๐ฅ๐ฅ๐ฎ ๐€๐ฅ๐ฅ๐š๐š ๐๐š๐›๐ข๐Ÿ™‹โ€โ™‚๏ธ๐’๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ก๐ฎ ๐€๐ฅ๐ž๐ž๐ฒ๐ข๐ข ๐–๐š๐ฌ๐ฌ๐š๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐ฆ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค

Address

Harar

HARARITOOPHIYAAOROMIYAA

Telephone

+251989904174

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tofiq Idiris Sheika posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Tofiq Idiris Sheika:

Shortcuts

  • Want your university to be the top-listed university?

Share