Haramaya University Muslim Students Jema'a

Haramaya University Muslim Students  Jema'a This is official channel of Haramaya University Muslim Students' Jema'a (HUMSJ).

A platform for students to connect, learn, and stay updated on academic, spiritual, and community activities

Contact:-

Visit:- https://humsj.org

اللهم بردا وسلاما 😔
22/08/2026

اللهم بردا وسلاما 😔

🫡
24/07/2026

🫡

!
proudly announces that it has secured another patent for its innovation, a ‘Cement Stabilized Compressed Earth Block,’ granted by the Ethiopian Intellectual Property Authority (EIPA) on July 22, 2026.

📖 DUBBISI! DUBBISI! DUBBISI📖Inni kun ergaa Qur'aanaa isa jalqabaa ture.🌍 Qaroomni ajaja "Dubbisi!" jedhuun jalqabe. Umma...
18/07/2026

📖 DUBBISI! DUBBISI! DUBBISI📖

Inni kun ergaa Qur'aanaa isa jalqabaa ture.

🌍 Qaroomni ajaja "Dubbisi!" jedhuun jalqabe. Ummata dugda duuba addunyaa ture fuulduratti baasee hooggantoota addunyaa isaan godhe.

🐪 Kanaanis gaalaafi loon tiksuurraa gara addunyaa tiksuutti isaan tarkaanfachiise.

📚 Iccitii ajaja "Dubbisi!" jedhu kanaa waliin qorachuufi hubachuuf Jam'aan Barattoota Muslimaa Yunivarsiitii Saayinsiifi Teknolojii Adaamaa [ASTUMSJ] sagantaa addaa qopheessee isin eegaa jira.

🎙 Keessummaan keenya:
Dr. Sheikh Nuru Muhammed fi

🎤 Qindeessaa keenya:
Abdulnasir Mohamed

🤝 Isaan waliin ta'uun yeroo gaarii, beekumsaa fi bu'aa qabeessa ta'e akka dabarsinu abdii guddaa qabna.

📅 Guyyaa: Kibxata, July 21
🕒 Sa'aa: Galgala 03:00 – 05:00 (LT)
📡 Karaa: Tamsaasa kallattiitiin
📍 Chaanaala Telegramaa: t.me/ASTU_MSJ irratti

🤝 Saganticharratti Jam'aalee nu waliin hirmaatuun obbolummaafi deeggarsa isaanii nu garsiisan:

🎓 Harambe University MSJ
🎓 Kotobe University of Education MSJ
🎓 Haramaya University MSJ
🎓 Ambo University MSJ
🎓 Wolaita Soddo University MSJ
🎓 Haramaya Institute of Technology MSJ
🎓 Oda Bultum University MSJ
🫂 Al-Uswah Voluntary Association

🤲 Inshaa'allaah! Rabbi ittiin nu haa gahu. Isinis hirmaadhaa; warra kaanis affeeraa!

https://t.me/humsjofficialchannel

29/06/2026
⭐Qalamni keessan deebii sirrii haa guutu, kan yaaddan isiniif haa milkaa'u.⭐Carraa gaarii 💐Good luck 🍀
29/06/2026

⭐Qalamni keessan deebii sirrii haa guutu, kan yaaddan isiniif haa milkaa'u.⭐

Carraa gaarii 💐
Good luck 🍀

Alhamdulillaah 🥰 Let's congratulate our golden winner 🏆 Dr. Urgee Abdulahi; Haramaya University's Medicine gold medalist...
27/06/2026

Alhamdulillaah 🥰

Let's congratulate our golden winner 🏆

Dr. Urgee Abdulahi; Haramaya University's Medicine gold medalist with a CGPA of 3.87.

Congratulations 🎉 Dr. Baga geesse!

"He Just Did It. Continuing and Maintaining My Achievement Two Years ago (2024)! 🏅🎓""I Produced My Alike 😆. Proud  to be...
27/06/2026

"He Just Did It. Continuing and Maintaining My Achievement Two Years ago (2024)! 🏅🎓"
"I Produced My Alike 😆. Proud to be your teacher! 🎓❤️"

Congratulations! 🎉 MashaAllah! Earning a perfect CGPA of 4.00/4.00 in a BA degree in Economics at Haramaya University and being awarded the Gold Medal is an outstanding achievement. Studying at Haramaya University is not easy, especially in Economics, where the competition and academic demands are very high. You have continued and maintained the achievement I was blessed to accomplish two years ago. Congratulations, my student! We are all proud to be part of your success. You did it! May Allah grant you even greater success in the future.

His name is Lîbãñ Ûmãr ! Made in Haramaya University and Haramaya University Muslim Students Jema'a! One more smart product of HUMSJ!
ECONOMICS, ECONOMICS AGAIN ECONOMICS!

Dhiiratu gatii dhiiraa beeka 👌! Laffaatiin isaa hundaaf hin galu!

SHARE
Hasan Muhammad

Firii dadhabbii keessanii baga ijaan argitan!Baga gammaddan!🎉🎉🎉🎓 مباركٌ لكم التخرج!نسأل الله أن يبارك لكم في علمكم، ويوف...
27/06/2026

Firii dadhabbii keessanii baga ijaan argitan!
Baga gammaddan!
🎉🎉🎉

🎓 مباركٌ لكم التخرج!نسأل الله أن يبارك لكم في علمكم، ويوفقكم لما فيه خير الدنيا والآخرة.🎓
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

Congratulations, Graduates!May Allah bless your knowledge, guide your future, and grant
you success in this life and the Hereafter.🎓

🎉🎉🎉🎉🎉🎉
እንኳን ለምረቃችሁ ደስ አላችሁ! Allah ዕውቀታችሁን ይባርክ፣ በወደፊታችሁም ስኬትና በረከት ይስጣችሁ።

Tomorrow, when the dream becomes real 💥🎈
26/06/2026

Tomorrow, when the dream becomes real 💥🎈

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haramaya University Muslim Students Jema'a posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share