Sheekh Mohammad Adam Official.

Sheekh Mohammad Adam Official. تعليم الناس فوائد علمية

( الرحمن على العرش استوى ) معناه : الله تعالى قهر العرش ❌️وليس معنى استوى هنا جلس 👈لأن الجلوس صفة المخلوق ◇ والله تعالى ...
27/12/2025

( الرحمن على العرش استوى )
معناه :
الله تعالى قهر العرش
❌️وليس معنى استوى هنا جلس
👈لأن الجلوس صفة المخلوق
◇ والله تعالى لا يوصف بذلك كما ذكر مثل هذا الرازي في تفسيره.
اللَّهُمَّ فقهنا في الدين
واجعلنا خدَّامًا له​ آمين.

Sheekkan Suufiyyaa Keysa Namni Jimaan Haraami Jedhu hin Jiru Warri Dachii Balleyse Jaruma Kijibaan Maqaa Towhidaa Himatu...
08/12/2025

Sheekkan Suufiyyaa Keysa Namni Jimaan Haraami Jedhu hin Jiru Warri Dachii Balleyse Jaruma Kijibaan Maqaa Towhidaa Himatu kana, Bakka Jiranitti Madda Yaaii Tahuun Beekkaman, Mee Iddoo Jirtutti Dhugumaan Yaaii Isaanirraa Madditu Qalbiin ilaali.

Duulli Jimaa kan wahaabiin garee lamatti baatee hafarsitu kun waan itti yaadamee jedhamaa jiru fakkaata,Mee warri dhimma...
06/12/2025

Duulli Jimaa kan wahaabiin garee lamatti baatee hafarsitu kun waan itti yaadamee jedhamaa jiru fakkaata,
Mee warri dhimma islaamaa ofiin jedhu eysa jira? maalif dubbatuu dhaban ?

▩   Seensa daldalli jimaa dhoorkaa hin qabu. Laffaatii fi bu'aan argatan walmadaaluu baatus maddi galii Qotee bulaa hara...
05/12/2025

▩ Seensa daldalli jimaa dhoorkaa hin qabu.

Laffaatii fi bu'aan argatan walmadaaluu baatus maddi galii Qotee bulaa harargee jaarraalee hedduuf jimaa tahuun beekkama, haa tahuu malee kanneen kaayyoo dhokottuu qabatanii maqaa amantaatiin ummata keenya hiyyoomsuuf fedhii qaban jimaa qamahuufi daldaluunis haraami jechuu jalqabanii jiran, murteen tun murtee siyaasaan ummata keenya hiyyummaaf jilbiifachiisuuf kennamteedha.

▬ ▬▬ ▬ ▬▬▫▫▫▫▫ ▰ ▰ ▰ ▰ ▰ ▰ ▰ ▰

biyya tana keessa hayyoota gurguddaa jaalala biyyaa fii ummataa qaban baayyeetu jimaa kunuunsee ummataafis kunuunsuu dhaamaa ture, kana hawaasni muslimaa hundi nihubata, osoo haraama tahee hayyoonni islaamaa gurguddaan utubaa biyya tanaa tahuun seenaan dubbatu kun hin hayyaman ture, dhimmi akkanaa dhimma laaffifnee laalluu osoo hin tahin dhimma xiyyeeffannaa ol'aanaa kennineefi hordofuu qabnuudha, maalif yoo jedhame maddi qabeenya harargee jimaadha, inni haraami jechuun ammoo qabeenyi ummata keenyaa hundi qabeenya haraami jechuudha, qabeenya kanaan hajjii godhuun masjida ijaaruun toltuu adda addaa hojjatuun hin tahu jechuudha taha.

▪ ▪ ▪ ▪ ▪ ▪ ▪▪ ▪ ▪ ▪ ▪ ▪▪ ▪▪

wahaabiin bu'ura qur'aanaafii hadiisaa tokkoon maletti ilaalcha sammuu isaaniirraa burqisiisan kana lafa qabsiisuuf yaalaa jiran waan ta'eef ummanni dammaqee adeemsa wahaabii hunda xiinxalee hordofuu qaba.

bunaafii jimaa jidduu garaagarummaan kan hin jirre tahuun osoo beekkamuu maalif jimaa qofaan haraami jedhan ?❗❗

15/06/2024

Iid mubaarak
Baga ittiin isin gehe iida milkii kan gammachuu isiniif haa tahu.

07/06/2024
الأمر كما توقعنا فقد هرب العائدي من المناظرة. فعلى كل من كان يظنه صادقا في ما ادعاه التخلي عنه والسير على منهج أهل السنة...
06/06/2024

الأمر كما توقعنا فقد هرب العائدي من المناظرة.
فعلى كل من كان يظنه صادقا في ما ادعاه التخلي عنه والسير على منهج أهل السنة والجماعة.

الإمام الهرري عالم جليل. وستبقى راية تنزيه الله عن الجسم والمكان ترفرف عالية في  أنحاء المعمورة،  مهما عصفت رياح الحقد و...
05/06/2024

الإمام الهرري عالم جليل.
وستبقى راية تنزيه الله عن الجسم والمكان ترفرف عالية في أنحاء المعمورة، مهما عصفت رياح الحقد والغيرة ومهما علا صوت الباطل فصوت الحق أعلى وأعظم، نحن نحمل دعوةً تميزت بالصراحة في مواجهة الباطل وأنصاره أينما كانوا بالأدلة على طريق علماء الأمة من الأشاعرة والماتريدية فلا التفات الى نباح الكلاب من هنا وهناك.

30/05/2024

أكذب طائفة هذا العصر حزب الإخوان انظروا كيف يغشون الناس ويجمعون أموالهم تارة باسم المسجد وأخرى باسم المدرسة ثم يتآكلون على ماغصبوا، انظروا كل المساجد التي يستولي عليها الحزب إن وجدتم مسجدا خلا أعضاؤه عن ذلك، فلا تصدقهم أخي المسلم وأختي المسلمة فإنهم ليسوا أهل دين.

الإمام الهرري كالأسد لا يترك الحق خوفًا من مبغض، ولا يميل إلى الباطل من أجل دينار أودرهم.   Imaamu al-Harariin hayyuu fi...
23/05/2024

الإمام الهرري كالأسد لا يترك الحق خوفًا من مبغض، ولا يميل إلى الباطل من أجل دينار أودرهم.

Imaamu al-Harariin hayyuu fi jeyna akka leencaati, sodaadhaaf haqa dubbachuu hin dhiisu, diinaraa fi dirhamaaf jecha sobaaf hin jilbiiffatu.

رحمك الله ياسيدي وجمعنا معكم في الفردوس الأعلى مع الحبيب المصطفى صلى الله عليه وسلم.

وسيبقى تعليمكم بإذن الله مستمرا تتناقله الأمة جيلا بعد جيل في الأقطار المعمورة إلى قيام الساعة مهما تبدلت الأحوال.

قال تعالى: يريدون ليطفئوا نور الله بأفواههم والله متم نوره ولو كره الكافرون.

09/05/2024

Harargeen sababa kufaatii daldala jimaatiin rakkoo diinagdee guddaaf saaxilamaa jirti
Yaa rabbi dirmadhuuf.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sheekh Mohammad Adam Official. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share