Shemsu Mohammed

Shemsu Mohammed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Shemsu Mohammed, College & University, Hararghet, Harer.

Ittii ciradhaaga
12/06/2023

Ittii ciradhaaga

Magaalaa Oromiyaa waan fakkaattu
01/06/2023

Magaalaa Oromiyaa waan fakkaattu

29/05/2023

Qashxii gurbaa

🤜Haa hubannuu✒️Of-booda hin ilaalini! Boorii kee namni siif ilaalu hin jiruuti.✒️Iddoon ati har’a jirtu, bakka ati bor i...
22/07/2022

🤜Haa hubannuu

✒️Of-booda hin ilaalini! Boorii kee namni siif ilaalu hin jiruuti.
✒️Iddoon ati har’a jirtu, bakka ati bor itti argamtu miti.
✒️Osoo ulfinni si eeguu salphina hin mi’eeffatiin!
✒️Osoo fiixaan ba’insi si eeguu fiixee rakkinaa hin dhaabatiin!
✒️Lakkofsa guutuuf dhalate mitii. Lakkofsa guutuu taate dhalate malee.
✒️Samuu mul’ataa qabaadhu malee summii mul’ataa hin qabatin.
✒️Dhalli namaa bu’aa yaada isaatit kanaf yaada gaari qabaadhu.
✒️Kisaaraa yaadaa keessa hin seeniin.
✒️Namni yaada isaa fakkaata Yaadni immoo imala jireenyaa sirreessiti.
✒️Salphina akka ulfinaatti hin fudhatiin.
✒️Mul’ata malee mul’achuun hin jiruti mull'ata qabaadhu.
✒️jireenya jiraattu keessattis nama kaayyo ta'ii jiraadhu.

HALKAN GAARII

Address

Hararghet
Harer
HARAMAYA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shemsu Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share