Na'ol Famii

Na'ol Famii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Na'ol Famii, College & University, East Region, Harer.

 ’amuu…Ida’amuun  uumama hundaaf ni hojjata, Ilmi namaa kennaa addaa yaaduufi xiinxaluu isaaf kennameen, dandeettii qabu...
22/09/2023

’amuu…

Ida’amuun uumama hundaaf ni hojjata, Ilmi namaa kennaa addaa yaaduufi xiinxaluu isaaf kennameen, dandeettii qabu walitti gurmeessee waliin hojjachuun jijjiirramuu akka danda’u isa taasisa. Kanaafi, yaadni Ida’amuu biyya keenya qofaaf osoo hin taane, dhala namaa hundaaf ni hojjeta kan jennu. Nutis akka Badhaadhinaatti Ida’anuudhaan gara masaraa Badhaadhinaatti ol ka’uun salphaadha kan jedhamu. ka’umsa yaada kanaati.
Ida’amuun Daandii Badhaadhinaati!
Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Dr. Abiy Ahmad

20/09/2023

Address

East Region
Harer

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Na'ol Famii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Na'ol Famii:

Share