30/12/2024
Muddee 21-4-2017
Aanaa Gola Odaa
Godinaa Harargee Bahaa Aanaa Gola Odaatti leenjiin misooma Sululaa Guyyoota Sadiif(3)f turu qaamota Hoggansaa Aanaa, I/A Bulchaa Gandoota, , Ogeeyyii Waajjira Qonnaa, Hor/Bula fi Lafa fi Ogeeyyii Qonna Gandoota hirmaachise bakka
I/A Bulchaa fi I/G waajjira Qonnaa, Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Gola Odaa Aaddee Dasii Mahammad argamanitti kennamuu eegale itti fufe jira.