Kamil Umar

Kamil Umar Kamilo isa Muslimaam an

06/10/2023

obboleessakeef gaarii yaadi

➡️gorsi yoo inni dogoggora yaadachiisi akkanni irraa deebi'uuf Alarm ta'iif
➡️Ati Obboleessakeef daawwitiidha

Akka obboleessi kankee gara rabbii deebi'u ajaja rabbiisaa uumaasaa guutuuf tattaafadhu

Galata qabda laafiif haala toliitii itti dhihaadhuu suuta gorfadhu

➡️Abuzarriin akkas jedhe
Maqaa Rabbiikootii Allaahiidhaan isiniif kakadha irra jaallatamaan garbicha rabbii , nama obboleessa isaa gama rabbiisaa jaallachiise,
Rabbii isaas gamaa obboleessa isaa jaallachiise garboottan rabbii gaama rabbiisaa jaallachiise fi Rabbiin gama garboottan isaatti jaallachiiseefi gaarii ilma namaaf yaaduudhaa
Nama akkasii rabbiin nii jaallataa isiniifan kakadha jedhe

➡️Rabbiin akka si jaallatu Kan barbaaddu taanaan waan gaarii ta'e kamiinuu hin tuffatin

➡️Ibnu teymiyaan akkas jedhe
Namni muslimaa waliif akka harka lamaaniitii lachuu xurii walirraa dhiqxii
Akkuma harki lamaanuu xurii walirraa dhiqxu ,namni muslimaas dogoggora irraa waldeebisaa jedhe

➡️Yeroo Obboleessakeef gorsitu bakkaaf yeroo filadhu irraa deebi'uuf dhiisuutu mala

➡️Hasaniif Huseen imaan Aliyyii Jaalalliif Nageenyi Rabbii hundarra haajiraatuu , Maanguddoo dhiqannaa salaataa (waduu) sirnaan hinbeekne wahii arganii , itti himuuf akkaataa duaban nama umuriin isaan caalu waan ta'eef
Lachuun isaanii akkas jedhan kottu bira haadeemnu akka nama akkataa waduu irratti waldhabee haa fakkaannuu sana booda nuuf murteessi haa jennuun waliin jedhan
Bira deeman yaa wasiilaa ! Jedhee huseen Maanguddoo waame ,yaa ilmakoo jedhee owwaateef
Anaafii obboleessi kiyya Hasan akkaataa sirna waduu (dhiqannaa salaataa ) irratti waldhabne nuuf murteessi jedheen .
Huseen dhiqatee Agarsiise Hasanis itti aanee dhiqatee Agarsiise
Maanguddochi sun lamaan keessan akkaataan dhiqannaa keessanii walfakkataadha wal hin dhabne
Jedheen
Nuuf murteessi jedhaniin Maanguddoon isin sirriirra jirtu anatu dogoggoraadha akkaataa keessan irratti deebi'e anuu jedhee dogoggora isaa hubatee.

Argitee Obboleessakoo

11/01/2023
12/08/2022

Du'ayii guyyaa jumu'aa akka hin daganne qeebalmtuudha

09/08/2022

Rabbiin waan khayrii hunda nu has dhageesisu

15/07/2021

اللهم صلي على محمد

Address

Muhammad S A W
Haro
HARO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kamil Umar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Kamil Umar:

Share