Islaamummaa Tube

Islaamummaa Tube Wal haa barsiifnuu

Yaa RABBI si malee jabaan biraa hin jiru yaa kan shariika hin qabne yaa RAHMAAN Nu qajeelchi
19/07/2025

Yaa RABBI si malee jabaan biraa hin jiru yaa kan shariika hin qabne yaa RAHMAAN Nu qajeelchi

YAA UMMATA ISLAAMAA NABIYYII KEENYA IRRATTI SALAWAATA BUUSAAS.A.W
18/07/2025

YAA UMMATA ISLAAMAA NABIYYII KEENYA IRRATTI SALAWAATA BUUSAA
S.A.W

30/05/2023

l love prophet Mohamed S. A. W

05/07/2022

Qabsaawaan ni kufa qabsoon itti fufa !

02/07/2022

Alham dulillah alaa kulli haal

29/06/2022

Nabiyyii kee irratti salawaata tokko yoo buufte RABBIIN salawaata 10 sirratti buusa
Sallallaahu aleeyhi wassallam
Sallallaahu aleeyhi wassallam
Sallallaahu aleeyhi wassallam

29/06/2022

YAA RABBI NU GARGAARI

23/06/2022

Jummaa mubaarak halkan gaarii🙏

13/06/2022

Yeroo namni fedha duniyaatiin guutame, qabeenya addunyaa argachuuf ilmi namaa khabajaa walii gurguru, Duniyaan luugama namatti hiitee hulaa hunda dura nama dhaabdu, Yeroo maatiin intala isaanii gurgurachuuf "Yaa Rabbi ka qajeellotti maallaqa qabu itti fidi" jedhee Rabbi itti kadhatu keessa jirra.

Atummaan rahmata keetiin nuuf araarami, yaa kan namaaf araaramu

Address

Dambidolo
Hirna
ORO

Telephone

+251941584454

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Islaamummaa Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share