Obsa obsa

Obsa obsa Sufiyaa

Warri haqa dhiiftanii maqaa namaatiif nama arrabsitan arrabni eenyuyyuu Bu'aa hin qabu.  Itti yaadii dubbadhu Maashaa al...
13/04/2025

Warri haqa dhiiftanii maqaa namaatiif nama arrabsitan arrabni eenyuyyuu Bu'aa hin qabu. Itti yaadii dubbadhu
Maashaa allaah Habiibii ati naaf jiraadhu

ኢናሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጅዑን😢 ለማመን ይከብዳል😢    በያላችሁበት ዱዐ አድርጉለት ፋቲሀም ነይታችሁ ቅሩለት
10/04/2025

ኢናሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጅዑን😢 ለማመን ይከብዳል😢
በያላችሁበት ዱዐ አድርጉለት ፋቲሀም ነይታችሁ ቅሩለት

Aartii.🥺 Mee suuraa kanaan qabaati waan yaadatti isin dhufe naaf ibsaa.
08/04/2025

Aartii.🥺
Mee suuraa kanaan qabaati waan yaadatti isin dhufe naaf ibsaa.

08/04/2025
07/03/2025
♥️🍇JUMU'AA MILKAA'INAA🍇🍇💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa...
16/01/2025

♥️🍇JUMU'AA MILKAA'INAA🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗

Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.

Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Sh*ttoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu

Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!

Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️

صلی الله علیه وسلم

😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍

ODUU GAMMACHISA MARKAZNI KEENYA GALMEE HAARAA JAMMARE JIRAA GOSA B/ AQIIDA QUR,AAN H/
21/12/2024

ODUU GAMMACHISA MARKAZNI KEENYA GALMEE HAARAA JAMMARE JIRAA GOSA B/ AQIIDA QUR,AAN H/

05/10/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

25/07/2024

■Qissaa Ajaaibaa Tana Dubbisii Ergaa Rabbii MuhaammadﷺItti Hidhadhu Nimilkoytaa💯💚💚💚💚

■Anas Ilma Maalik khaadima isaanii Beekkamaan Sun Akkana Jedha《Gaafa Tokko Ergamaa Rabbii Muhaammad ﷺWajjiin Deemaa Osoon jiruu Haala shaal Xarafni Isaa Furdaa kan Biyya Najraaniti Tolfame Ceekhuu Erra Khayatanii jiraniin Gurbaan Aaraabiin ykn Tiffataa Tokko dhufee Shaal qabee Isaan Bute gara Duuba isaaniti Butiinsa Akkaan jabaa Tahe bute yaroon Morma Isaani Laalu mormi Isaani Dirmamoyte Xarafa Shaal Saniitiin jabeenya Butiinsa Sanirraa Sanbooda Gurbaan Akkana jedhe Yaa Muhammad mee Qabeenya Boojuu kan Sibira jiru Sanirraa Akka Naa qoodan warra Namaaf Qoodu San Naaf Ajaji jedheen Ergamaan RabbiitisﷺItti Koflanii Aboo kennaaf jedhanii Ajajaniif》

●Kuni maalirrati Nama Qajeelcha yoo Jedhanii gadi Laalan Haala Gaarumma Ergamaa Rabbii Muhaammad ﷺErratti Nama Qajeelcha.
○Ammas Ergamaan Rabbii ﷺ
Tan isaaniti jedhanii Hin Dubbatan Ni obsan malee Yoo Diin Rabbii Xuqame Qofa Biiluu Bahan Turan..
●Mee Eenyuutu Osoo Akkasitti Namni Dhufee Sibutee Obsaa Yaa nama Kuni Haalli Isaanii
Guutuu Tahuu Errati Nu qajeelchaa Haa Itti Hidhannu.

Address

Finfine
Hirna
�FIQIR�

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa obsa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share