Mana Barumsaa Hadas sadarkaa 2ffaa

Mana Barumsaa Hadas sadarkaa 2ffaa Barachuun jiraachuuf

Barattonni ,Maatiin barattootaa , barsiisonni fi qooda fudhattonni barnoota Mana barumsa Hadas Sadarkaa 2ffaa hundi qabx...
15/09/2025

Barattonni ,Maatiin barattootaa , barsiisonni fi qooda fudhattonni barnoota Mana barumsa Hadas Sadarkaa 2ffaa hundi qabxii barattoota keenyatti Baga Gammaddan baga gammadneπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘ŠπŸ‘Š

Manni Barumsa Hadas Sadarkaa 2ffaan guyyaa hara'aa sirna cufiinsa Mana barnoota iddoo barattootaa, barsiisota,Maatiin ba...
15/07/2025

Manni Barumsa Hadas Sadarkaa 2ffaan guyyaa hara'aa sirna cufiinsa Mana barnoota iddoo barattootaa, barsiisota,Maatiin barattootaa fi Koreen Mana barumsaa argamanitti sirna badhaasaa adda addaan dabaalamee gaggeeffama Ooleera.

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffatti qormaanni Moodeela kutaa 12ffaa seemistera 2ffaa marsaa 2ffaa kennama ture Nagahaan ...
29/05/2025

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffatti qormaanni Moodeela kutaa 12ffaa seemistera 2ffaa marsaa 2ffaa kennama ture Nagahaan goolabameera

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Adeemsa Hojii baruu fi barsiisuu  Mana barumsichatti gaggeeffama turee irratti hanq...
30/04/2025

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Adeemsa Hojii baruu fi barsiisuu Mana barumsichatti gaggeeffama turee irratti hanqina fi ciminni eerga addaan bahee booda
Kallattiin fuula duraa kaahuun irratti waliigalameera.

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Mariin Maatii barattootaa fi barattootaa qaxalee  wajjiin qabxiilee adda addaa irra...
14/04/2025

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Mariin Maatii barattootaa fi barattootaa qaxalee wajjiin qabxiilee adda addaa irratti gaggeeffama Oolera

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti qormaanni moodelaa kutaa 12ffaa seemistera 2ffaa marsaa 1ffaa kennama ture Nagahaan...
11/04/2025

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti qormaanni moodelaa kutaa 12ffaa seemistera 2ffaa marsaa 1ffaa kennama ture Nagahaan goolabame.

G/H/Lixaa Aanaa Doobbaa Mana barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti qormaanni moodelaa kutaa 12ffaa marsaa 1ffaa  guyyaa lammaf...
10/04/2025

G/H/Lixaa Aanaa Doobbaa Mana barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti qormaanni moodelaa kutaa 12ffaa marsaa 1ffaa guyyaa lammaffaaf kennamuun itti fuufeera.

Godina H/Lixaa Aanaa Doobbatti Mana barumsaa  Hadas sadarkaa 2ffatti Dhimmoota adda addaa irratti mariin barattootaa fi ...
07/04/2025

Godina H/Lixaa Aanaa Doobbatti Mana barumsaa Hadas sadarkaa 2ffatti Dhimmoota adda addaa irratti mariin barattootaa fi Barsiisotaa wajjiin gaggeeffama Ooleera.

G/H/Lixaa Aanaa Doobbaa Mana barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Guyyaa hara'aa Koree Suupervizyini Godinaa  Kan bakka bu'an...
10/03/2025

G/H/Lixaa Aanaa Doobbaa Mana barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Guyyaa hara'aa Koree Suupervizyini Godinaa Kan bakka bu'an Ogeessa Barnoota Godinaa Obboo Mahaammad Siraaj fi Ogeessa barnootaa Aanaa Obbo Ayyuub Ahimad akkasumaas Itti gaafatamaa Hawaasummaa Ganda Ifaa Haqaa Kan ta'an Obboo Muussaa Aammee Hojii baruu fi barsiisuu Mana barumsaa eerga daawwatani booda hanqina fi cimina jiru ilaaluun kallatti fuula duraa Mana barumsaaf kaahani jiru

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Haalla deeggarsa barattootaa kutaa 12ffaa fi To'annoo barattootaa akkasumaas qisaas...
06/03/2025

Mana Barumsa Hadas sadarkaa 2ffaatti Haalla deeggarsa barattootaa kutaa 12ffaa fi To'annoo barattootaa akkasumaas qisaasama wayitti barnootaa xiqqeessuu fi wayitti barnootaa sababa adda addaan qisaasame duguugamee akka bakka bu'uu qabu irratti waliigalameera.

Address

Doba, Oromia Region
Hirna
IRREE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsaa Hadas sadarkaa 2ffaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Mana Barumsaa Hadas sadarkaa 2ffaa:

Share